Tafakkur
Tafakkur
Kutaa kana keeysatti uumamaalee Rabbiin guddaan uumee addunyaa tana ittiin guute waliin tafakkurra.
-

Roophii
Roophiin bineensa bishaan keessa galu keessaa isa tokko. Akkasumas sa’aa gabaabaf lafarra turuu danda’a. bineensi kun ardii Afriikaa keessatti argama.…
Guutuu Dubbisi » -

Muskox-Uumama haala qilleensa qabbanaawaa keessa jiraatu
Maqaan isaa jechoota lama irraa kan mogga’eedha. Musk fi OX irraa argame. Musk jechuun hafuura jechuudha. OX ammoo Sangaadha. Kanaafuu…
Guutuu Dubbisi » -

Hadiid- Iron- Sibiila
Namni qalbii qabuu fi namni qur’aana kana xiinxallee ilaale dhuguma amantii akkamii Rabbiin nuuf filate jedhee of gaafatuun isaa hin…
Guutuu Dubbisi » -

Aduunis yeroo murtaaye qabdi
وَٱلشَّمۡس٠تَجۡرÙÙŠ Ù„ÙÙ…ÙØ³Û¡ØªÙŽÙ‚َرّٖ لَّهَاۚ ذَٰلÙÙƒÙŽ تَقۡدÙير٠ٱلۡعَزÙيز٠ٱلۡعَلÙيم٠٣٨ “Aduunis hanga daangaa Murtaaheetti deemti. Sun murtee Rabbii hinjifataa waa hunda…
Guutuu Dubbisi »










