Tafakkur
Tafakkur
Kutaa kana keeysatti uumamaalee Rabbiin guddaan uumee addunyaa tana ittiin guute waliin tafakkurra.
-

Qoffeen allaattii kanaa haga ciqilee tokkoo dheerata
Allaattiin kun Pelikaan(Pelican) jedhama. Ardii Antarkitikaa yoo taate malee, Ardiiwwan hunda keessatti ni argama. Sanyiin uumama kanaatis saddeettu jira. Sanyiiwwan…
Guutuu Dubbisi » -

Arrabni Bineensa Kanaa Qaama Isaa Caalaa Dheerata
Uumamni kun boca qaamaatii fi amala adda addaatiin awwaaldiigessaan kan wal fakkaatu yoo ta’u, maqaan isaatis Paangolin jedhama. Paangoliin sanyiiwwan…
Guutuu Dubbisi » -

Bineensa hin dhukkubsanne
Dhaabbileen addunyaa gurguddoon yeroo ammaa maal irratti akka wal dorgomaa jiran beeytuu? Mee fakkeenya gabaabduu isinii kennina. Telefoonuma barruu tana…
Guutuu Dubbisi » -

Uumama Mana Fincaanii Qabu
Maqaan uumama kanaa Nilgaay jedhama. Nilgaay sanyiiwwan arroolee keessaa isa guddaadha. Uumamni kun hedduminaan biyya Indiyaa keessatti argama. Dabalataanis gaarreen…
Guutuu Dubbisi » -

Kamtu Qeerransa?
Waggoota dabran 6f waa’ee bineensota garagaraa isiniif dhiheessaa turree jirra. Yeroo kanatti uumamaalee beeknuu fi hin beekne hedduun wal barree…
Guutuu Dubbisi » -

Allaattii Qoffee Kophee
Biyya olla teenyaa tan taate Sudaan irraa kaasee haga Zaambiyaa uumama bal’ifatee jiraatu tokko waliin daawwanna. Uumamni kun dachii bal’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Soorata Hiyyeeyyii Kan Amma Sooreyyiin Dhuunfatan
Uumamni qaajjibbuun wal fakkaatu kun Lobster jedhama. Biyyoota heddu keessatti soorataaf oola. Keessumattuu Jaarraa 18ffaa dura soorata hiyyeeyyiifi gabrootaa ture. …
Guutuu Dubbisi » -

Bineensa dhaltuu 9 kophatti dhuunfatee waliin jiraatu
Maqaan bineensa kanaa Guwaanaakoo (Guanaco) jedhama. Biyyoota akka Arjantiinaa, Chiilii, Peeruu, Paaraagwaay fi biyyoota Ameerikaa Kibbaa kanneen biroo heddu keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Shubbisee isii gammachiisu malee hormaanni hin jiru
Hedduun keessan maashina Crane jedhamu kan lafa qotuuf tajaajilu ni beeytan. Maashinni kun qoffee dheeraa qaba. Qoffee Kanaan qilee gadi…
Guutuu Dubbisi » -

Dambalii Dukkana Bahara Qilee keessatti haguugamte
Addunyaa tanarra kitaabni meeqa akka jiru beeytuu? Namni waan kana tilmaamuu dandahu jiraa? Deebisaan nama hedduu Wallaahu A’lam jechuu tahuu…
Guutuu Dubbisi »










