Tana Quba Qabduu
Wantoota Ajaa’ibsiisoo tahan
-
Bultii diiguu ykn hiikkaa
Wanti namni hundi fedhu bultii ijaarachuudha yoo jenne soba hin ta’u. haa ta’u malee akkuma bulti ijaarachuun jiru bulti diiguunis…
Guutuu Dubbisi » -
Amantiiwwan Ajaa’ibaa
Ilaalchi ilmi namaa amantii irratti qabu kan ajaa’ibaati. Namni amantii isaatiif jecha waan danda’u hunda godha. Amanitiin nuti irraa dubbataa…
Guutuu Dubbisi » -
Kopheen “High Heels” jalqaba warra dhiiraatiif hojjatamuu, akkasumas Paandaan hundi Kan Chaaynaa ta’uu quba qabduu!?
Kopheen “High Heels” jedhamu jalqaba warra dhiiraatiif hojjatamuu quba qabduu? High heels jechuun kophee yeroo ammaa dubartoonni gariin godhatan, kan…
Guutuu Dubbisi » -
Ulfa garaa baasuu!
Ilmi namaa dachii tanarra jiru hundi, waahila jireenyaa isaa wajji bultii jaaree, ilmaan horee gammachuun jiraachuu hawwa. Kaayyoo bultii jaaraniif…
Guutuu Dubbisi » -
Raammoo Bifa Roobaatiin Samii Harca’e
Roobni rahmata. Rabbiin guddaan rooba nuuf roobee waa biqilche. Kan biqiles ilmi namaatii fi uumamaaleen biraa irraa fayyadamu. Gama biraatiin…
Guutuu Dubbisi » -
Nama Osoo Lubbuun Jiru Dogongoraan Awwaalame
Ilmi namaa zalaalam jiraachuuf hin uumamne. Haga murtaawaa isaaf kennametu jira. Yeroo isaaf kenname kana yoo raawwate gara ganda irraa…
Guutuu Dubbisi » -
Daa’ima Bineensi Guddifate
Ilmi namaa hoogganaa dachii tanaati jedhama. Ka humna qabu ka humna hin qabne gabroomsee of jalatti bulchuu danda’a. Akkasumas beeyladoota…
Guutuu Dubbisi » -
ilbiisa guyyaa tokko qofa jiraatee du’u
Rabbi waan dachiirra jiru cufa yeroo murtaawaaf uume. Hunduu gaafa baallamni isaa gahe du’ee dachiirraa dhabama. Ilmi namaa avreejiidhaan haga…
Guutuu Dubbisi » -
Bineensa Hin Dulloomne
Bineensi kun Naked mole rat jedhama. Naked mole rat jechuun, Afaan Oromootiin Hantuuta moluu qaama qullaa jiru jechuudha. Qaamni isaa…
Guutuu Dubbisi » -
Gama Hawaa Yoo Imaluu Feete Afaan Raashiyaa Baruu Qabda
Addunyaan tun buburreedha. Wanti heddu faallaa ilmi namaa yaaduun argamu danda’a. Fakkeenyaaf Atomikiin jalqaba gaafa oomishamu akka ilmi namaa ifaa…
Guutuu Dubbisi »