Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Jilli Abbootii Amantaa fi Jaarsolii Biyyaa Qondaaltota Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Tigraayi waliin Mari’atan
Jilli Abbootii Amantaa fi jaarsolii biyyaa dhaabilee Amantaa Itoophiyaatiin durfame, waldhabbii mootummaa Federaalaa fi Bulchiinsa Naannoo Tigraayi jidduu jiru ilaalchisee,…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATES June 16, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 3,630 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaa Federaalaa fi Naannoo Tigraayi jiddutti araara buusuuf tahuu gabaafame
Jilli abbootii Amantaa fi Jaarsolii biyyaa, Dhaabbilee Amantaa Itoophiyaatiin durfamu, waldhabbii mootummaa Federaalaa fi Bulchiinsa mootummaa naannoo Tigraayi jidduutti uumameef…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATES June 15, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 3,521 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Mana Marii Naannoo Kibbaa keessatti Bakka bu’ootni Ummata Zoonii Wolaayitaa hojii gadi lakkisuu beeksisan
Mana Marii Naannoo Kibbaa keessatti Bakka bu’ootni Zoonii Wolaaytaa 38 xalyaa Dhaabbilee Mootummaa Naannichaatiif galchaniin akka ibsanitti, murtii miseensummaa mana…
Guutuu Dubbisi » -

Ministeerri Bishaan, Jallisiifi Inarjii Itoophiyaa, Marii dhimma laga Abbaay ilaalchisee geggeeffamaa jiru irratti ibsa baase
Mariin hidha laga Abbaay ilaalchisee Itoophiyaa, Masrii fi Sudaaniin jalqabamee ture hardha guyyaa 4ffaaf kan geggeeffama oole yoo tahu, Biyyoonni…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATES June 14, 2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 179 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Alhada har’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Lammileen Itoophiyaa 249 tahan Kuweet irraa gara Biyyaatti deebifaman
Kuweet dabalatee, biyyoonni galoo galaana Arabiyaa lammilee biyyoota gara garaa kanneen waraqaa hayyama jireenyaa hin qabne, sababa tatamsaa’a dhibee Koroonaa…
Guutuu Dubbisi » -

Boordiin Filannoo Itoophiyaa waldhabbii Paartii Badhaadhinaa fi TPLF jidduutti uumame furuuf Ooditaroota lama muude
Qindoomina paartilee afurin kan hundaa’e ADWUI diigamee gara Badhaadhinaatti jijjiiramuu hordofuun, Paartiilee afran jidduu paartiin naannoo Tigraayi bulchuu jiru (TPLF)…
Guutuu Dubbisi » -

Itoophiyaatti lakkoofsi Namoota COVID-19 qabamanii 3166 gahe
Ministeerri Fayyaa sa’aatii 24 dabraniitti qorannoo COVID-19 namoota 5644 taasifame jidduu, namoota 268 irratti Vaayiraasiichi argamuu fi, Namoonni 8 ammoo…
Guutuu Dubbisi »










