Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Majlisni Magaalaa Finfinnee, ibsa Mootummaa Naannoo Amaaraa balaaleeffate
Manni marii dhimmoota Islaamaa waliigalaa magaalaa Finfinnee ibsa bulchinsi mootummaa naannoo Amaaraa guyyaa kaleessaa, haleellaa Masjidootaa fi saamicha qabeenya hawaasa…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa Masjidoota magaalaa Mooxaatti raawwatame qaamoleen mootummaa harka keessaa qabaatuun ibsame
Torbaan lama dura Masjida naannoo Amaaraatti gubateefi qabeenya hawaasa Muslimaa saamame qoratuuf Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa(Majlisni) akka qorataniif garasitti…
Guutuu Dubbisi » -

Barataan Oromoo tokko Yuniversitii Wolloo keessatti ajjeefamuu gabaafame
Barataa Sa’id Xayyib ganama har’aa moora Yunivarsitichaa, naannawa Dormitarii barattootaatti eega rukutamee booda gara mana yaalaatti kan geeffame tahus, booda…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa Makiinaa Godina Wallagga Lixaa aanaa Gidaamiitti mudateen lubbuun nama 15 dabre
Balaa Makiinaa Godina Wallagga Lixaa aanaa Gidaamiitti mudateen lubbuun nama 15 dabre Balaan kun makiinaa ummata “Dolfiiniin”imaltoota 17 fe’ee magaalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Majlisni Federaalaa dhimma haleellaa Masjidoota magaalaa Mooxaa irratti boru ibsa kennuufi
Haleellaa shoorarkeessitoonni naannoo Amaaraa baha Goojjam magaalaa Mooxaatti raawwataniin Masjidoota 4 dabalatee Dukkaanoonni hawaasa Muslimaa magaalattii 400 ol gubatuun ni…
Guutuu Dubbisi » -

Hojiin ijaarsa Masjidoota Magaalaa Istee addaan Cituu Gabaafame
Haleellaa Boombii fi saamicha shororkeessitoonni waggaa dabre keessa naannoo Amaaraa kibba Goondar magaalaa Isteetti raawwataniin, Masjidoonni lama gubatuu fi manneen…
Guutuu Dubbisi » -

Gareen haleellaa Masjidoota Magaalaa Mooxaa Qoratuuf garasitti imale, qorannoo geggeessaa ture Xumuree deebi’uun gabaafame
Haleellaa Masjidootaa fi saamicha hawaasa Muslimaa naannoo Amaaraa baha Goojjaam magaalaa Mooxaatti torbaan dabre keessa raawwatame qoratuuf Koreen miseensota 4…
Guutuu Dubbisi » -

Hiriirri Mormii Godina Harargee bahaatti guyyaa boruu geggeeffamuuf ture guyyaa biraatti jijjiramuu gabaafame
Haleellaa masjiidoota naannoo Amaaraa baha Goojjam magaalaa Mooxaatti raawwatame hordofuun guutuu biyyatti hiriirri mormii geggeeffamu akkuma itti fufe jira. Haaluma…
Guutuu Dubbisi » -

Hawaasni Muslimaa guutuu biyyattii haleellaa Masjiidota irratti raawwatame balaalefftuun mormii jalqabe itti fufee jira
Haleellaa shororkeessitoonni naannoo Amaaraa guyyaa 10 dura magaalaa Mooxaa keessatti raawwataniin, Masjiidota afur dabalatee qabeenyi hawaasa muslimaa heddu ibiddaan barbadaa’uu…
Guutuu Dubbisi » -

Konfiransiin Nageenyaa fi Tokkummaa ibsa ijjannoo qabxii 7 qabu baasuun goolabame
Konfiransii mata duree ‘Nageenyaa fi Tokkummaa’ jedhuun Majlisni Naannoo Hararii qopheesse kaleessa Muddee 18,2012 jalqabe yoo tahu, Hoggantoonni Majlisa naannoolee…
Guutuu Dubbisi »










