Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Paarlaamaan Ityoophiyaa wixinee labsii haasaya jibbiinsaa fi odeeyfannoo sobaa too’achuu ilaallatu irratti mari’ate
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 5ffaa har’a kan gaggeesse yoo ta’u, wixinee labsii odeeyfannoo sobaa fi haasaya jibbiinsaa…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa Konkolaata Magaalaa Holataatti muudateen lubbuun nama 17 dabruu gabaafame
Balaan kun galgala sa’aa 12:00 booda, Waliitti bu’iinsa siinoo fi hayiruufii jidduutti uumameen kan dhaqqabe yoo tahu, lubbuun nama 17…
Guutuu Dubbisi » -

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ummanni Godina Sidaamaa Naannoo tahuuf sagalee ol’aanaa tahee kennuu beeksise
Rifarandamii dheengadda Naannoo Kibbaa godina Sidaamaa keessatti geggeeffameen, godinichi sagalee naannoo ta’ee ijaarramuu isa dandeessisu kan argate tahuu ibsame. Boordiin…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Marii ADWUI walitti makamuu dhaabbilee isaa raggaasise
Murtii torban dabre waliitti makamuu dhaabbilee ADWUI irratti, Koreen hojii raawwachistuu dhaabbatichaa sagalee caalmaan dabarse raggaasisuuf, manni marii addichaa guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Konfiransiin nageenyaa abbootii amantaa fi abbootii Gadaatiin qophaa’e magaalaa Finfinneetti geggeeffame
Kaayyoon Konfiransii kanaa, marii dhimma nageenyaa ummata Oromoo fi Amaaraa irratti xiyyeeffate yoo tahu, Ulamaan gurguddoon biyya keenyaa, abbootiin amantaalee…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Maree ADWUI dhimma walitti makamuu Addichaa irratti marii jalqabe
Koreen hojii raawwachiftuu ADWUI walga’ii torbee dabre geggeesseen, dhimma walitti makamuu paartiilee miseensaa addichaa fi paartiilee deeggartootaa irratti eega mari’atee…
Guutuu Dubbisi » -

Dr Zabibaa Yuunus, dorgommii Akkaadaamii fi Saayinsii addunyaa injifatte
Dhaabbanni Akkaadaamii fi Saayinsii adduunyaa(TWAS), qorannoowwan saayinsaawaa gara garaa, dhaabilee barnootaa irraa wal dorgomsiisuun ‘qorannoo fudhatama argatee fi hawaasaaf bu’a…
Guutuu Dubbisi » -

Ityoophiyaa fi Emreets hariiroo waraana isaanii cimsuuf walii galtee mallatteessan
Walii galteen hariirroo humna ittisaa fi waraana biyyoota lamaanii cimsuu kun Dubaay keessatti kan mallatteeffame yoo tahu, kunis mootummaan Emreets…
Guutuu Dubbisi » -

Gaaffii umanni Zoonii Sidaamaa Naannoo ta’uuf gaafataa ture irratti filannoon rifarandamii gaggeeffamaa jira
Manni Maree Zoonii Sidaamaa karaa Mana Maree Naannoo Kibbaatiin, naannoo tahuuf rifarandamiin akka gaggeeffamuuf kanaan dura Boordii Filannoo Biyyoolessaatiif gaaffii…
Guutuu Dubbisi »










