Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Paartiileen Siyaasa Oromoo adeemsa ce’umsa biyyattii galmaan gahuu irratti wal tumsaadhaaf sanadii walii galtee mallatteessan
Paartileen Siyaasa Oromoo ibsa ejjannoo sirna mallattoo irratti baasaniin akka jedhanitti, ji’oota shanan dabran marii bal’aa kan geggessaa turan tahuu…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchinsi magaalaa Finfinnee, barattoonni Muslimaa Yunifoormiin gabaabduun kannameef jijjiirrachuu akka danda’an ibse
Bulchinsi magaalaa Finfinnee barattoota mana barumsa mootummaa barataniif, sagantaa guyyatti nyaata yeroo lama dhiheessuu qopheessuu, Akkasuma dhaabbilee daldalaa fi hawaasummaa…
Guutuu Dubbisi » -

Gargaaraan Komishinara Komishinii Poolisii Naannoo Amaaraa too’annaa seeraa jala oolfamuu gabaafame
Hogganaan Olaanaan Misooma Damee Komunikeeshinii Odeeffannoo Komishinii Poolisii Naannoo Amaaraa, Komishinar Sa’id Ahmad too’annaa jala oolfamuu, BBC’n nama maatii isaa…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Adaamaa iddoo Migiraa jedhamutti haroon bishaanii dhoohuun miidhaa geessise
Haroon kun karoora qurxummii itti horsiisuu fi hojii misoomaatiif akka ooluuf mootummaa dhaan qotame, akkasumas balfi bishaanii magaalaa Adaamaa iddoo…
Guutuu Dubbisi » -

Baankiin Najjaashii Gurgurtaa Aksiyoonaa jalqabe
Baankiiwwaan tajaajila sirna Faayinaansii dhala irraa walaba ta’e keennuuf hayyama argatani gama hojjiitti seenaa jiran jidduu tokko kan ta’e, ‘Baankiin…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa Konkolaataa Godina Walloo aanaa Jiillee Dhummuggaa keessatti muudateen lubbuun nama 9 dabruu gabaafame
Balaan kun halkan edaa naannawa Sa’aa sagalitti kan muudate yoo tahu, namoota saglan lubbuun dabreen alattis namoonni heddu kan miidhaman…
Guutuu Dubbisi » -

‘TVn Islaamaa’ tamsaasa Saatalaayitii jalqabuuf tahuu ibsame
Hawaasa Muslimaa Ameerikaa kaabaa jiraataniin kan hundeeffame ‘TVn Islaamaa’ karaa miidiyaalee hawaasaatiin ummata biyya keessaafi ala jiraniif, Barnoota Diin Islaam…
Guutuu Dubbisi » -

Konkolaataan FSR kan Baala Sammuu nama hadoochu fe’atee gara Keeniyaatti imalaa ture to’annaa jala oolfame
Konkolaataan kun baala sammuu nama hadoochu (Ashiisha) fe’atee magaalaa Shashamannee irra gara magaalaa dangaa Keeniyaa Mooyyaleetti osoo imalaa jiru, godina…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee manneen barnootaa mootummaa keessatti barattoota kuma 300’f nyaata dhiheessuuf qophii xumuruu beeksise
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee ibsa baaseen akka jedhetti, bara dabre bulchiinsi magaalattii barattoota kuma 70 qofaaf nyaata dhiheessaa kan ture yoo…
Guutuu Dubbisi »










