Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Haleellaa Boombii buufata Poolisii Oromiyaa magaalaa Burraayyuu keessatti argamu irratti raawwatameen namoonni 9 madaayuu ibsame
Biiroon Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa akka ibstetti, haleellaa Bombii kaleessa galgala buufata Poolisii Kora Bittinneessaa Oromiyaa magaalaa Burraayyuu keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa Ibidaa Magaalaa Jimmaa keessatti muudateen qabeenyi Birrii miiliyoona 11 shallagamu barbadayuu ibsame
Ajajaan Poolisii Magaalaa Jimmaa Komaandar Abdurrazaaq Naggaa Tajaajila Odeeyfannoo Ityoophiyaatti akka himetti, ibiddi halkan edaa naannawa magaalatti Markaatoo jedhamuun beekamu…
Guutuu Dubbisi » -

Ministeerri Saayinsii fi Barnoota Olaanaa qabxii seensa yunivarsitii bara 2012 ifa godhe
Ministeerri Saayinsii fi Barnoota Olaanaa qabxiin seensa yunivarsitii bara 2012 gosa barnoota afur irratti kan hundaayu akka tahe ibse. Kunis…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli mootummaa Ityoophiyaa ministeera haajaa alaatiin durfamu daaw’annaa hujiitiif Raashiyaa seene
Jilli mootummaa Ityoophiyaa ministeera haajaa alaa obbo Gadduu Andaargachewtiin durfama kaleessa galgala gara Raashiyaa kan imale yoo tahu, jilli kun…
Guutuu Dubbisi » -

Yaamicha bulchinsa magaalaa Finfinnee hordofuun Manni Marii Dhimmoota Islaamaa magaalattii deeggarsa Birrii 5,250,000 godhe
Kantiibaan magaalaa Finfinnee Injinar Taakkalaa Uumaa, ummanni barattoota manneen barnoota mootummaa magaalaa Finfinneetti barataniif deeggarsa akka godhu gaafatee ture. Kana…
Guutuu Dubbisi » -

Baankiin Daldala Ityoophiyaa, damee addaa seera Shari’aa irratti hundaa’uun tajaajila dhala irraa walaba ta’e kennu bane
Dammeen addaa kun ‘Bilaal’ jedhamuun kan moggaafame yoo tahu, guyyaa har’aa magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Boolee Mikaa’ilitti eebbifamuu FBC gabaase.…
Guutuu Dubbisi » -

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa komiin manni marii paartiilee siyaasaa labsii filannoo irratti kaase fudhatama hin qabu jedhe
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa labsii filannoo, galmee paartilee siyaasaa fi naamusa filannoo Hagayya 18,2011 raggaasisuun isaa ni yaadatama. Haata’u…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa keessatti lakkoofsi namoota dhibee Chikungunyaatiin qabamanii kuma 20 ol dhaqqabe
Weerarri dhibee Chikungunya jedhamuu torbaan sadi dura Bulchiinsaa Magaalaa Dirree Dhawaa Keessatti ka’e babal’atuun, yeroo ammaa namoonni dhibee kanaan qabaman…
Guutuu Dubbisi » -

Ityoophiyaa fi Keeniyaan yakkoota daangaa qaxxaamuran waliin ittisuuf walii galtee mallatteessan
Jilli mootummaa Keeniyaa Abbaa Alangaa biyyattii Nuuraddiin Muhammad Hajjiitiin durfamu har’a Finfinnee keessatti qondaaltota Abbaa Alangaa Ityoophiyaa waliin kan mari’ate…
Guutuu Dubbisi » -

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa gaaffii zooniin Sidaamaa naannoo ta’uuf dhiheeffate irratti rifarandamiin Sadaasa dhufu kan geggeeffamu tahuu beeksise
Manni Maree Zoonii Sidaamaa karaa Mana Maree Naannoo Kibbaatiin, naannoo tahuuf rifarandamiin akka gaggeeffamuuf kanaan dura Boordii Filannoo Biyyoolessatiif gaaffii…
Guutuu Dubbisi »










