Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Xiyyaarri imaltoota Hajjii fe’atee bahuuf ture rakkoo teeknikaa muudateen haga ammaa Ityoophiyaa irra kan hin bahin tahuu beekame
Isniina dabre sagantaan geggeessaa imaltoota Hajjii iddoo hoggantoonni mana marii dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa fi Ambaasaadarri Sa’uudii argamanitti geggeeffamuu akkasumas imalli…
Guutuu Dubbisi » -

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa gaaffii Zooniin Sidaamaa naannoo ta’uuf dhiheeffate ilaalchisuun ibsa kenne
Manni Maree Zooniin Sidaamaa karaa Mana Maree Naannoo Kibbaatiin, rifarandamiin akka gaggeeffamuuf Boordii Filannoo Biyyoolessatiif Sadaasa 12,2011 gaaffiin kan dhihaatee…
Guutuu Dubbisi » -

Selam Foundation Mana Marii dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaatiif deeggarsa birrii 300,000 kenne
Hoggansi Mana Marii Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa ji’a tokko dura gara aangoo dhufe, rakkina bajataa isa qunnameen maallaqni miindaa hojjattootaa ji’a…
Guutuu Dubbisi » -

Gamtaan Awrooppaa deeggarsa Doolaara Biiliyoona tokkoo fi miiliyoona 500 Ityoophiyaa kennuuf walii galteen mallattaaye
Deeggarsi maallaqaa Gamtaa Awrooppaa irraa argame kun lammiilee Ityoophiyaa 400,000’f carraa hojii uumuuf kan oolu tahuu ibsame. Kessummattu maallaqni kun…
Guutuu Dubbisi » -

Caffeen Oromiyaa baajata bara 2012 Birrii Biiliyoona 70.16 raggaasise
Caffeen Oromiyaa bajata bara 2012 birrii biiliyoona 70 fi miiliyoona 100 fi kuma600 raggaasise. Bajata kana keessaa bajata naannawaa birrii…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaabbileen ABO lama walitti makaman
Addi Bilisummaa Oromoo Qaama Cehuumsaa fi Addi Bilisumma Oromoo Tokkoomee eega akka dhaaba tokkotti walitti ititaniin booda kora waliini taasisaniin…
Guutuu Dubbisi » -

Imaltoota Hajjiitiif Sagantaan Geggeessaa godhame.
Sagantaa Geggeessaa kana irratti Ityoophiyaatti Ambaasaaddara mootummaa Sa’udii fi Prezidaantiin mana marii dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa argamanii jiran. Prezidantiin Mana Marii…
Guutuu Dubbisi » -

Paartiin Dimokraatawaa Amaaraa Obbo Tamasgen Xiruneh Prezdaantii naannichaa akka tahu kaadhime
Koreen Jiddu Galeessaa Paartii Dimokraatawaa Amaaraa ADP wal gahii guyyaa sadihiif geggeessaa ture kan xumure yoo tahu, Obbo Yohannis Buwayaalewu…
Guutuu Dubbisi » -

Emreets deeggarsa Doolaara miiliyoona 100 Ityoophiyaa kennuuf walii galtee mallatteessite
Walii galtee kana gama Ityoophiyaatiin ministeer deettaa Ministeera Maallaqaa Obbo Admaasuu Nabbabaa, gama Emreetsin ammoo daayrektara boordii Kalif Fund Huseen…
Guutuu Dubbisi » -

Laammileen Ityoophiyaa 132 Yaman keessatti ugguramanii turan gara biyyaa deebifaman
Dhaabbanni Godaantota Addunyaa (IOM) akka ibsetti, lammiilee Ityoophiyaa manneen hidhaa Yaman keessatti ugguraman jiddu 132 har’a gara biyyatti deebifamanii jiran.…
Guutuu Dubbisi »










