Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Konfiransiin Ulamaa’ota Godina Baalee Magaalaa Roobeetti geggeeffamaa jira
Konfiransiin kun guyyaa kaleessaa kan jalqabame yoo tahu, hanga guyyaa boruutti itti fufa. Konfiransii kana irratti Ulamaa’onni 200 ol aanaalee…
Guutuu Dubbisi » -

Aalimni guddaan Sheikh Amaan Sheikh Hasan Muhammad gama ganda aakhiraa godaanan
Sheikh Amaan Sheikh Hasan Muhammad (Sheikh Amaan Marfoo) Yeroo dheeraaf Magaalaa Adaamaa Masjiida Abubakar keessatti barnoota diin Islaamaa hawaasa isaanii…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Harargee Lixaatti Dubartoonni 3 Dahanii Qormaata Biyyoolessaa fudhataa jiran
Haawwaliin sadeen Barattoota kutaa 10ffaa qormaata bara kanaatiif qophaa’aa turan yoo tahu, Sagantaan qormaata Biyyooleessa kutaa 10ffaa guyyaa isaan dahaniin…
Guutuu Dubbisi » -

Konfiransiin walitti dhufeenya Ulamaa’ota Godina Baalee cimsuuf yaadame kibxata magaalaa Roobeetti ni jalqabama.
Konfiransiin kun guyyoota sadiif kan geggeeffamu yoo tahu, ulamaa’oonni godina Baalee 200 ol tahan irratti ni argamu jedhamee eegama. Ulamaa’oota…
Guutuu Dubbisi » -

Naannoo Kibbaa Godina Sidaamaa Aanaa Burraatti barattoonni guyyaa iidaatiin akka qormaataman kan dirqisiifaman tahuu ibsame
Barattoonni aanichaa Raadiyoo Nagaashiitiif akka ibsanitti, qondaaltonni biiroo barnoota aanaa Burraa barsiisto jibbiinsa amantaa Muslimaa qaban waliin tahuun,manneen barnootaa 17…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad daaw’annaa Suudaan xumuruun gara Finfinnee deebi’e
Jilli mootummaa Ityoophiyaa muummicha ministeeraatiin durfamu ganama har’aa gara Suudaan imaluun, haala nageenya biyyattii irratti qondaaltota mana marii waraana Suudaan…
Guutuu Dubbisi » -

Dhibeen Koleeraa nannolee heddu keessatti ka’uun ibsame
Dhibeen Koleeraa naannolee Amaaraa, Oromiyaa, Tigraay, Somaalee, fi Finfinnee keessatti ka’uu Instiitiyuutiin Fayyaa Hawaasa Itiyoophiyaa beeksise. Akka gabaasa kanaatti naannoo…
Guutuu Dubbisi » -

Suurawwan Iid alfixrii bara 1440 (2019) Biyyoota Addunyaa garagaraa
Madiinaa Masjiida Qubaa Maleeziyaa Magaalaa Kuwaalalampuur Albaaniyaa Magaalaa Tiraana Kashmiir Magaalaa Katamanduu Turkiyaa Magaalaa Istaanbuli Indiyaa Magaalaa Mumbaay Libiyaa Magaalaa Triipoolii…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin Somaaliyaa Daawannaa hujitiif Finfinnee seenee
Jilli mootummaa Somaaliyaa prezdaant Muhammad Abdullaahi Muhammadiin durfamu kun ganama har’aa Finfinnee kan seene yoo tahu, Muummicha ministeeraa Dr Abiy…
Guutuu Dubbisi » -

Kaffaltiin Hajjii Bara Kanaa birrii 78,150’tti gad bu’uu ibsame
Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Sirna Hajjii bara kanaa ilaalchisee qophii godhaa kan jiru tahuu fi hanqinoota kanaan dura turan fooyyessuuf…
Guutuu Dubbisi »










