Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Hawaasni Muslimaa Magaalaa Baddeeysaa Miidiyaa Nuuralhudaatiif deeggarsa barbaachisu hunda godhuuf qophii tahuu ibse
Godina Harargee lixaa aanaa Odaa Bultum magaalaa Baddeeysaa masjiida guddicha Towfiiqiitti kaleessa galgala Sagantaan Muhaadaraa fi Tumsa Miidiyaa Nuuralhudaa geggeeffame.…
Guutuu Dubbisi » -

Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Inarjii rakkoon humna Elektirkaa hamaan biyyattii muudatuu ibse
Ministeerichi ibsaa kenneen akka jedhetti, Sababni dhiheessiin Elektirikii biyyaatti keessatti addaan citaa jiruuf, bishaan elektirika gahaa maddisiisu hidhaawwan keessaa dhabamuu…
Guutuu Dubbisi » -

“‹”‹Manni Marii Dhimmoota Islaamaa hawaasni muslimaa duula qulqullina naannoo akka biyyoolessaatti geggeeffamu irratti akka hirmaatu dhaamsa dabarse
Muummichi ministeera Dr Abiy Ahmad affeerraa Ifxaaraa torbe dabre qopheesse irratti, manni marii dhimmoota Islaamaa duula qulqullina naannoo Alhada dhufu…
Guutuu Dubbisi » -

Ustaaz Abubakar Ahmad Itti aanaa Komishiinara Komishiinii Bulchiinsa Daangaa fi Dhimma Eenyummaa tahuun muudame
Manni Marii Bakka Bu’oota Ummataa muudama komishiinaraa fi itti aanaa komishinara Komishiinii Bulchiinsa Daangaa fi Dhimma Eenyummaa raggaasise. Haaluama kanaan…
Guutuu Dubbisi » -

Komishiiniin Poolisii Finfinnee duula Sanbtii fi Alhada gaggeesseen shakkamtoota gurmaa’uun yakka raawwachaa turanii fi makiinota itti fayyadamaa turan to’annaa jala oolchuu ibse
Itti aanaan komishiinara Komishiinii Poolisii Finfinnee Zalaalam Mangistee ibsa har’a kenneen akka himetti, poolisiin Lidataa, Nifaas Silk Laaftoo fi Booletti…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan Eebba TV Nuuralhudaa Magaalaa Adaamaa Masjiida Umaritti geggeeffamaa jira.
Sagantaan Eebbaa kun hawaasa muslimaa magaalaa Adaamaatiin kan qophaa’e yoo tahu, keessumoonni iddo gara garaa irraa dhufan fi hawaasni Muslimaa…
Guutuu Dubbisi » -

Baankiin Daldala Ityoophiyaa tajaajila dhala irraa walaba ta’e kennuuf koree gorsitoota Shari’aa hundeesse
Islaamummaa keessatti dhala fudhatuuf keennuun badiiwwan gurguddoo Rabbiin birati nama gaafachiisu tahuun beekamadha. Biyyoota heddu keessatti baankiiwaan Islaamaa tajaajila dhala…
Guutuu Dubbisi » -

Ministeerri Barnoota sagantaa qormaata biyyoolessaa jijjiiruu beeksise
Komaand poostiin qormaata biyyoolessaa wal gahii geggeessen, sagantaan jalaqaba bahe ayyaana hiikkaa Sooma Ramaadaanaa (Idul Fixir)waliin walitti bu’uu isaatiin, sagantaan…
Guutuu Dubbisi » -

Yuunivarsitii Jimmaatti Bulchiinsi Mooraa Institiyuutii Teknolojii gaaffii barattoonni Muslimaa dhiheessaniif guyyaa sadii booda deebisaa kennuuf beellame
Barattoonni Muslimaa Yuunivarsitii Jimmaa Kaampaasii institiyuutii Teeknolojii torban dabre irraa kaase, gaaffiiwwan iddoon nyaata barattootaa akka sirreeffamu, akkasumas ji’a Ramadaanaa…
Guutuu Dubbisi » -

Obbo Geetaachaw Asaffaa dabalatee hoggantootaa fi hojjattoota Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya Biyyoolessaa 26 irratti himannaan baname
Abbaan Alangee Federaalaa ibsa baaseen akka jedhetti, qorattoota yakkaa Komishiinii Poolisii Federaalaa, hoggantoota Manneen hidhaa fi hoggantoonni Tajaajila Odeeffannoo fi…
Guutuu Dubbisi »










