Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Gamtaan Awrooppaa deeggarsa maallaqaa Yuuroo miiliyoona 10 Ityoophiyaa kenne
Bakka buutonni mootummaa Ityoophiyaa fi Komiishiniin Awrooppaa Arba’aa har’aa walii galtee deeggarsaa Yuuroo miiliyoona 10 kan walii mallatteessan tahuu gabaafame.…
Guutuu Dubbisi » -

BREAKING: Majliisni seeraan alaa mootummaa waliin tahuun Nannoo Hararii keessatti shira xaxaa jiraatuu beekame
Ummanni naannoo Hararii kanaan dura hoggantoota majliisa seeraan alaa buusuun, hoggantoota ofii kan filate tahuun ni yaadatama. Haata’u malee majliisni…
Guutuu Dubbisi » -

Markazni Nuur Barattoota 180 Hifzii Qur’aanaatiin Eebbisiise
Markazni Hifzii Qur’aanaa Nuur Godina Bunoo Baddallee magaalaa Coorraatti kan argamu yoo tahu, guyyaa kaleessaa April 7/2019 barattoota 180 kanneen…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Baaleetti Ummanni magaalaa Roobee hiriira deeggarsa ummata Walloo geggeessaa jira
Uammanni Godina Baalee magaalaa Roobee haleellaa Liyyuu hayliin Amaaraa fi hidhattoonni naannichaa ummata Oromoo Walloo irratti geggeessaa jiran balaaleffatuun hiriira…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Wallaggaa Lixaa Aanaa Haaruu Magaalaa Jiituutti Konfiransiin guddaan geggeeffame
Kaayyoon Konfiransii kanaa ijaarsa masjiida Al-Nuur kan yeroo dheeraa dura jalqabamee dhaabbate xumursiisuuf galii walitti qabuu yoo tahu, hawaasni muslimaa…
Guutuu Dubbisi » -

Naannoo Kibbaa magaalaa Hawaasaatti sagantaan muhaadaraa guddaan geggeeffamaa jira
Sagantaa muhaadaraa guyyaa hardhaa geggeeffamaa jiru kana irratti Ulamaa’onni fi Ustaazonni akkasumas hawaasni muslimaa lakkoofsaan guddaa ta’e argamuun qooda fudhataa…
Guutuu Dubbisi » -

Naannoo Affaar magaalaa Loogiyaatti Sagantaan Muhaadaraa Guddaan Geggeeffamaa jira
Sagantaa Da’awaa guddaa Magaalaa Loogiyaa masjiida Hamzaatti geggeeffamaa jiru kana irratti, Ulamaa’onni fi keessummoonni akkasumas hawaasni muslimaa argamuun qooda fudhataa…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Asallaatti Sagantaan Muhaadaraa Guddaan Geggeeffamaa jira
Sagantaa Da’waa guddaa Istaadiyoomii magaalaa Asallaatti geggeeffama jiru kana irratti Ulama’oonni fi keessummoonni akkasumas hawaasni muslimaa argamuun qooda fudhataa jira.…
Guutuu Dubbisi » -

Hoggantooni Majliisa Federaalaa gara hoggantoota Majliisa naannoleetti nama eergun shira xaxxaa jiraatu gabaafame
Guyyaa kaleessaa April 4/2019 namoonni 7 aangawoota Majliisa ol aanaa irraa gara majliisa naannoo Somaalee kan ergaman yoo tahu, hoggantoota…
Guutuu Dubbisi » -

Naannoo Oromiyaa magaalotaa gara garaa keessatti hawaasni muslimaa hoggantoota majliisaa balaaleffatuun mormii geggeesse
Har’a salaata jum’aa booda godinaalee Harargee lamaanii, Godina , Jimmaa fi Godina Arsii magaalotaa gara garaa keessatto hawaasni muslimaa mormii…
Guutuu Dubbisi »










