Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Balaa Konkolaataa Aanaa Yaaballoo naannawa Eela Diimaa jedhamutti muudateen lubbuun nama 15 ol darbe
Balaan kun kan muudate ganama har’aa naannawa sa’aa 2:30 irratti yoo ta’u, Konkolaataan ummataa akkoofsi gabatee isaa ORO 61990 tahe…
Guutuu Dubbisi » -

Miseensonni Makkalaakayaa Aanaa Miyootti lubbuu nama 5 galaafatan too’annaa jala oolfaman
Miseensonni Makkalaakayaa torbee dabre godina Booranaa Aanaa Miyoo magaalaa Hiddii lolaatti, namoota cidha irra turan irratti dhukaasa banuun misirroota lamaan…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi magaalaa Sandaafaa dhimma masjiida Ansaar irratti mari’achuuf qophii tahuu beeksise
Masjiidni Ansaar kan magaalaa Sandaafaa ganda 03tti argamu hanga Isniina har’aatti akka diigamu ajajni jedhu bulchiinsa magaalaa Sandaafaa irraa akka…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Booranaa magaalaa Yaaballootti Sagantaan Muhaadaraa guddaan geggeeffame
Sagantaa Muhaadaraa mata duree Tokkummaa fi Nageenya jedhuun guyyaa hardhaa Istaadiyoomii Yaaballoo keessatti geggeeffame kana irratti, Mashaa’ikoonni aanaalee adda addaa…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Jimmaa Magaalaa Shawriitti sagantaan Muhaadaraa guddaan geggeeffame
Sagantaa Muhaadaraa guddaa kana ulamaa’onni fi keessummoonni iddoo gara garaa irraa dhufan qooda fudhatanii jiru. Kaayyoon sagantaa kanaa ijaarsa masjiidaatiif…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli Mana Marii Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa, Ministeera Hajjii fi Umraa Sa’uUdii waliin mari’atuu gabaafame
Jilli Prezdaantii Majliisaa Muhammad Amiin Jamaaliin durfamu gara Sa’uudii imaluun, hujjaajota Ityoophiyaa ilaalchisee bay’ina hujjaajota, hujjaajonni gara Sa’uudii imaluun dura…
Guutuu Dubbisi » -

Masjiidni Ansaar kan magaalaa Sandaafaatti argamu akka diigamu ajajame
Naannoo Oromiyaa magaalaa Sandaafaa ganda 03tti kan argamu masjiidni Ansaar, hanga isniina iftaaniitti akka diigamu xalayaan bulchiinsa magaalattii irraa kan…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli koree furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa gara magaalaa Istee imaluun iddoo masjiidonni irra gubaman daaw’ate
Naannoo Amaaraa godina Kibba Gondaritti torbee tokko keessatti masjiidoonni sadi hordoftoota amantaa biroo jibbiinsa Islaamummaa leellisaniin gubamuu gabaasuun keenya ni…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Gindhiir keessatti Kolleejjii Jaami’ul Kheeyri Ijaaruuf dhakaan bu’uuraa kaa’ame
Godina Baalee magaalaa Gindhiir keessatti kolleejjii Islaamaa ijaaruuf dhakaan bu’uuraa kan kaa’ame yoo tahu, ijaarsa kolleejjii kanaa ilaalchisee hawaasni magaalatti…
Guutuu Dubbisi » -

Koreen jijjiirama dhaabbilee hawaasa Muslimaa Miidiyaaleef ibsa kenne
Koreen kun ibsa guyyaa hardhaa miidiyaalee kenne irratti, hojiiwwan guyyaa hundeeffame irraa jalqabe hanga ammaatti hojjataa turee irratti ibsa gabaabaa…
Guutuu Dubbisi »










