Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Masjiidni Imaamu Muzammil guyyaa kudhan keessatti akka diigamu ajajni dabre
Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti waajjiiri misooma lafa magaalaa kutaa Lidataa, masjiidaa fi madrasaan Imaamu Muzammil kan naannawa Takla Haymaanotitti argamu, Â guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiilee Ityoophiyaa manneen hidhaa Sa’uudii keessa turan jidduu 450 har’a gara biyyaa galan
Mootummaan Sa’uudii lammiilee Ityoophiyaa yakkoota gara garaa raawwachuun manneen hidhaa biyyattii keessa jiran jidduu 2400 dhiifamaan gad lakkisuudhaaf waadaa galee…
Guutuu Dubbisi » -

Hoggantoonni ol’aanoon Tajaajila Basaasaa fi Nageenya biyyoolessaa duraanii lama to’aannaa jala oolan
Abbaan Alangaa Federaalaa ibsa baaseen, hoggantoonni ol’aanoon Tajaajila Basaasaa fi Nageenya Biyyoolessaa duraanii guyyaa hardhaa too’annaa jala oolan lamaan Obbo…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin Jibuutii Ismaa’il Umar Gilee fi Prezdaantiin Suudaan Umar Hasan Al-Bashiir Jimma Seenan
Muummicha ministeeraa Dr Abiy Ahmad dabalatee qondaaltonni mootummaa federaalaa fi naannoo Oromiyaa ganama har’aa buufata Xiyyaara Abbaa Jifaaritti argamuun, hoggantoota…
Guutuu Dubbisi » -

Paartiileen Siyaasaa Oromoo hala yeroo irratti marii geggeessaan
Marii mata duree “Tokkummaan Ce’umsa gara Sirna Dimookraasii”jedhuun guyyaa har’aa galma giddu gala Aadaa Oromootti geggeeffame irratti, Paartiileen siyaasaa Oromoo…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad Chaansilarii Ostriyaa waliin mari’ate
Chaansilariin Ostiriyaa Sabastiyaan Kurzi daaw’annaa hujiitiif ganama har’aa Finfinnee kan seene yoo tahu, har’a waaree boodaa mummicha ministeeraa waliin mari’atee…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Gimbiitti Du’aatota 250 tahaniif leenjiin diinii kennamaa jira
Godina Wallaggaa Lixaa magaalaa Gimbii masjiidal-Fathi keessatti, du’aatota 250 tahan kannen godinaalee Bunoo Baddallee,Wallaggaa Lixaa,Wallaggaa Bahaa fi Qeellam Wallaggaa irraa…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen Ityoophiyaa 408 Yaman irraa gara biyyatti kan deebifaman tahuu gabaafame
Ministeerri haajaa alaa akka jedhetti, lamiileen Ityoophiyaa kunniin karaa seeraan alaatiin gara Sa’uudii imalaa osoo jiran Yaman keessatti qabamanii hidhaa…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalota Godinaalee naannoo Oromiyaa gara garaa keessatti hiriirri mormii geggeeffame
Magaalota Godinaalee Oromiyaa heddu keessatti kaleessa irraa kaase hiriirri geggeeffamaa jiru guyyaa har’aatis cimee itti fufeera. Hiriira kana irratti jiraattonni…
Guutuu Dubbisi »










