Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Kaabaa Magaalaa Adareetti Sagantaan Muhaadaraa guddaan geggeeffame
Sagantaa mata duree “Tokkummaa fi Nageya ” jedhuun qophaaye kana irratti hawaasni muslimaa naannawa sanii lakkoofsaan heddu tahe, akkasumas ulamaa’onni…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli Da’awaa fi Iyyaafannoo Sheikh Amiin Ibrootiin durfamu magaalaa Jajaatti sagantaa muhaadaraa geggeesse
Jilli aalima guddaa Sheikh Amiin Ibrootiin durfamu kun Ustaazotaa fi munshidoota heddu of jalatti kan hammate yoo tahu, kutaa biyyattii…
Guutuu Dubbisi » -

Breaking News: Dureessi hidda dhalataa Ityoophiyaa lammii Sa’uudii Muhammad Ali Al-amuudii mana hidhaa Sa’uudii irraa lakkifame
Mr Muhammad Huseen Al-amuudi waggaa tokko dura mootummaa Sa’uudiitiin kan hidhame tahuun ni yaadatama.
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Shabeetti sagantaan Da’awaa guddaan geggeeffame
Godina Jimmaa Aanaa Shabee Somboo magaalaa Shabeetti mata duree “mana Rabbii haa ijaarruu”jedhuun, sagantaan Muhaadaraa guddaan geggeeffamaa jira. Kaayyoon sagantaa…
Guutuu Dubbisi » -

Masjiida Salaam kan Magaalaa Finfinneetti Sagantaan Da’awaa guddaan geggeeffame
Sagantaa mata duree “Tokkummaa fi Nageenya”jedhuun geggeeffamaa jiru kana irratti ulamaa’onni gurguddoo biyya keenyaa, miseensonni koree furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa…
Guutuu Dubbisi » -

Mariin nageenyaa Ameerikaa fi Xaalibaan jiddutti geggeeffamaa ture bu’a qabeessa tahuu gabaafame
Lola Afagaanistaan keessatti waggoota 17 dabran Xaalibaan fi Ameerikaa jiddutti geggeeffamaa jiru dhaabuuf, mariin nageenyaa Qaxar keessatti geggeeffame bu’a qopheessaa…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Wallaggaa bahaa aanaa Waamaa Hagalootti Sagantaan Da’awaa guddaan geggeeffame
Sagantaan Muhadaaraa kun kan geggeeffame ganda Koottaa jedhamuutti yoo tahu, hordoftoonni amantaa birootis saganticha irratti argamuu odeeyfannoon ni addeessa. Hordoftoota…
Guutuu Dubbisi » -

Paarlaamaan Ayarlaand wixinee seeraa meeshaaleen Israa’el dachii Falasxiinotaa irratti oomishite gara biyyattii akka hin seenne ugguru, kan deeggare tahuu gabaafame
Wixineen seeraa kun carraaqqii gareen deeggartoota Falasxiin BDS jedhamu godheen, deeggarsa paartiilee siyaasaa Ayarlaand hundaa argachuun Jum’aa kaleessaa paarlaamaa biyyattiitiif…
Guutuu Dubbisi » -

Waajjiraaleen mootummaa Ameerikaa ji’a tokkoo oliif cufamanii turan banaman
Dhimma ijaarsa dallaa daangaatiin wal qabatee wal dhabbii Knogirasii Ameerikaa fi bulchiinsa Traamp jiddutti uumame hordofuun, waajjiraaleen mootummaa guyyaa 35’f…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen Ityoophiyaa 368 Kan manneen hidhaa Sa’uudii keessatti hidhamanii turan gara biyyaatti deebifaman
Lammiileen har’a gara biyyaatti deebifaman kunniin, walii galtee mootummaa Sa’uudii fi qonsilaa Ityoophiyaa magaalaa Jiddaa jiddutti geggeeffame hordofuun, namoota dhiifamaan…
Guutuu Dubbisi »










