Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

BREAKING NEWS: Obbo Barakat Sim’oon fi obbo Taaddasa Kaasaa too’annaa jala ooluun gabaafame
Qondaaltota ol’aanoo mootummaa Federaalaa fi miseensota paartii ANDM duraanii kan tahan Obbo Barakat Sim’oon fi Obbo Taaddasa Kaasaa magaalaa Finfinnee…
Guutuu Dubbisi » -

Wal dhabbii ABO shanee fi mootummaa jidduttii hammaachaa dhufe hiikuuf mariin araaraa geggeeffame
Marii araaraa Abbootii Gadaatiin qophaa’e kana irratti hoggantoonni mootummaa, hoggantoonni paartilee mormitu, hoggantoonni amantaa, aktiivistootaa fi hoggantoonni kutaa hawaasa gara-garaa…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad Foramii Diinagdee Addunyaa Davos irratti hirmaataa jira
Foramiin Diinagdee Addunyaa waggaa waggaan Siwiizarlaand magaalaa Davos keessatti kan geggeeffamu yoo tahu, hoggantoonni Kaampaaniiwwan gurguddoo addunyaa, Inveestaroonni, dureeyyonni, hoggantoonni…
Guutuu Dubbisi » -

Aalimni beekkamaan Sheikh Dr, Ahmad Al-Ammaari mana hidhaa Sa’uudii keessatti kan du’e tahuu gabaafame
INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEEYHI RAAJI’UUN! Doktor Ahmad Al-Ammaari Yunivarsiitii Madinaa keessaatti hogganaa Kollejjii Qur’aanaa kan ture yoo tahu, Ulamaa’ota…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa buufata waraana Afgaanistaan irratti raawwatameen yoo xiqqaate loltoonni 125 kan ajjeefaman tahuu gabaafame
Qondaaltonni waraana Afgaanistaan Rooytersiif akka himanitti, loltoonni Xaalibaan buufata waraana magaalaa Kaabul irraa kilomeetra 40 qofa fagaatee argamu irratti haleellaa…
Guutuu Dubbisi » -

Kitaabni mata duree Oromummaa fi Islaamummaa jedhuun qophaa’e eebbifame
Kitaabni kun Ustaaz Injinar Gaalii Abbaa Booriin kan qophaa’e yoo tahu, guyyaa hardhaa magaalaa Jimmaa Galma guddicha Yuunivarsitii Jimmaa keessatti,…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan Da’awaa fi Du’aa’ii guddaan Magaalaa Gidaamiitti geggeeffame
Godina Qeellam Wallagga magaalaa Gidaamiitti guyyaa hardhaa haala nageenya yeroo ammaa biyyaatti Keessa jiru ilaalchisee sagantaan Da’awaa fi Du’aa’ii guddaan…
Guutuu Dubbisi » -

Korri guddina Diinagdee fi Hawaasummaa biyyoota Arabaa irratti xiyyeeffatu Beyruut keessatti geggeeffamaa jira
Kora Alhada har’aa Lubnaan magaalaa Beyruut keessatti jalqabame kana biyyoonni Arbaa 20 kan irratti hirmaataa jiran yoo tahu, biyyoota Arabaa…
Guutuu Dubbisi » -

Naannoo Kibbaa Magaalaa Arbaa Mincitti sagantaan Da’awaa guddaan geggeeffamaa jira
Sagantaa kana irratti hawaasni muslimaa lakkoosaan guddaa ta’e kan hirmaataa jiru yoo ta’u, hordoftootni amantaa birootis saganticha kan hordofaa turan…
Guutuu Dubbisi » -

Aanaa Gursuum araddaa Warra Sayyootti sagantaan Da’awaa guddaan geggeeffame
Godina Harargee bahaa aanaa Gursuum ganda Warra Sayyootti guyyaa har’aa sagantaan Da’awaa guddaan gegeeffamaa kan oole tahuu odeeyfannoon ni addeessa.…
Guutuu Dubbisi »










