header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Kitaabni mata duree Oromummaa fi Islaamummaa jedhuun qophaa’e eebbifame

Kitaabni kun Ustaaz Injinar Gaalii Abbaa Booriin kan qophaa’e yoo tahu, guyyaa hardhaa magaalaa Jimmaa Galma guddicha Yuunivarsitii Jimmaa keessatti, haala hoo’aan kan eebbifame tahuun beekkameera. Sagantaa eebbaa kana irratti ulamaa’onni biyya keenyaa gurguddoon, Ustaazonni fi hayyoonni hedduun argamu odeeyfannoo ni addeessa.
Keessummoota argaman jidduu:
Hayyuu Seenaa Dr. Abdallaah Khadiir
Ulamaa’a guddaa Sheikh Muhammad Haamiddiin
Ustaaz Ahmaddiin Jabal
Ustaaz Haydar Khadiir
Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa fi keessummoonni biroo hedduun jiraatuu beekameera.

Kitaabni mata duree “Oromummaa fi Islamummaa”jedhuun qophaa’e kun, walitti hidhata aadaa fi Afaan Oromummaa fi Islamummaa waliin qabu irratti kan xiyyeeffatu tahuu ibsame.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button