Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Ambaasaaddar Saahilawarq Zawudee prezdaantii Rippaablikii Ityoophiyaa ta’uun muudamte
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Manni Maree Federeeshinii walga’ii 2ffaa har’a gaggeessaniin, Ambaasaaddar Saahilawarq Zawudee preezdaantii rippaablika Ityoophiyaa godhuun…
Guutuu Dubbisi » -

Qondaaltonni Tika Ameerikaa Poostaawwan Boombiin guutamanii Baaraak Obaamaa fi Hilaarii Kilintaniif ergaman qabuu beeksisan
Qondaaltoonni tajaajila basaasaa Ameerikaa ibsa baasaniin, Boombbiin tokko teessoo mana Hilaarii Kilintan Niwu Yoorkitti argamuun kan ergame akka tahee fi…
Guutuu Dubbisi » -

Dhalattoonni Oromoo magaalaa Kaamaashii Keessa jiraatan rakkoo hamaa keessa jiraatuu ibsan
Walitti bu’iinsa naannoo Benshaangul Gumuz godina Kaamaashii keessaatti uumamee ture hordofuun, dhalattoonni Oromoo heddu ajjeefamuu fi hedduun immoo qe’ee fi…
Guutuu Dubbisi » -

Sa’uudiin Birkaan mooraa mana jireenya hogganaa qonsilaa Istanbul keessatti argamu akka hin sakatta’amne dhoorkite
Turkiyaan ajjeechaa Gaazexeessaa Jamaal Khaashoqjiitiin walqabatee qorannoo jalqabde kan itti fufte yoo tahu, Prezdaant Rajaba Xayyib Erdogaan guyyaa kaleessaa reeffi…
Guutuu Dubbisi » -

Paarlaamaan Ityoophiyaa boru prezdaantii haarawa ni muuda jedhame Eegama
Manni maree bakka bu’oota ummataa fi manni maree Federeeshiinii kora guyyaa boru geggeessu irratti, prezdaantii Mootummaa Federaala Dimokraatawa Ityoophiyaa haarawa…
Guutuu Dubbisi » -

Bidiruun Lammiilee Ityoophiyaa fe’attee garba Hindii irra imalaa turte dhidhimuun lubbuun nama 7 galaafatame.
Qondaalli Poolisii Taanzaaniyaa tokko akka ibsetti, Bidiruun tun namoota 13 fe’attee qarqara Taanzaaniyaa irraa ka’uun garba Hindii irra qaxxaamurtee gara…
Guutuu Dubbisi » -

UN uggurri Faransaay Niqaaba irra keette kan mirga namoomaa sarbe jedhe
Dhaabbata mootummoota gamtoomaniitti ejensiin mirga namoomaa ibsa baaseen, labsii niqaaba ugguruuf bahe ilaalchisee Sababaan mootummaan Faransaay dhiheesse gahaa miti jedhe.…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaant Erdogaan ajjeechaan Jamaal Khaashoqjii irratti raawwatame kan durfamee itti yaadame jedhe
Prezdaantiin Turkiyaa Rajab Xayyib Erdogaan ajjeechaa Jamaal Khaashoqjii ilaalchisee paarlaamaa biyyattiitiif ibsa kan kenne yoo tahu, ajjeechaan sukkanneessaan October 2,…
Guutuu Dubbisi » -

Awustiraaliyaan Qondaaltota Ol’aanoo Waraana Miyanmaar shan irra uggura keette
Mootummaan Awustiraaliyaa Kiibxata har’aa Jeneraalota Waraana Miyanmaar kanneen duguuggaa sanyii Muslimoota Rohingiyaa irratti raawwatame, adda durummaan qindeessan irratti uggura cimaa…
Guutuu Dubbisi » -

Urduun (Jordan) waliigaltee lafa qonnaa waggaa 24 dura Israa’eliif kireessitee kan hin haaromsine tahuu beeksiste
Israa’el bara 1994 walii galtee nageenyaa Urduun waliin yeroo mallatteesite dachii humnaan qabattee turte keessaa, lafa qonnaa heektaara 405 waggaa…
Guutuu Dubbisi »










