Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Korri Waliigalaa Dhaabbata mootummoota gamtoomanii Khamiisa har’aatis itti fufee jira
Korri Waliigalaa UN dheengadda Niiwuyoorkitti jalqabame har’as kan itti fufe yoo tahu, Prezdaantii Bulchiinsa Falaxiin Mahmuud Abbaas fi Muummicha ministeeraa…
Guutuu Dubbisi » -

ODUU GAMMACHUU Nuuralhudaa irraa
Akkuma beekamu Miidiyaan Nuuralhudaa waggaa 2 oliif Social Media irratti hawaasa intarneeta fayyadamu tajaajilaa turee jira. hojii kana gara sadarkaa…
Guutuu Dubbisi » -

Sa’udiin Daandii Baaburaa Makkaa fi Madiinaa wal qunnamsiisu eebbisiiste
Daandii Baabura Saffisaa magaalaa Jiddaa keessa qaxxaamuruun magaalota kabajamoo Makkaa fi Madiinaa wal qunnamsiisu kana, Kiibxata kaleessaa Malik Salmaan kan…
Guutuu Dubbisi » -

Paartiin Mormituu Briteen filannoo itti aanu yoo injifate Falasxiiniif beekamtii kan kennu tahuu ibse
Paartiin mormituu Briteen Labour Party jedhamu, guyyaa kaleessaa magaalaa Liver Pool keessatti kora walii galaa kan taa’e yoo tahu, ajandaawwan…
Guutuu Dubbisi » -

Israa’el West Bank Weeraruun Falasxiinota hiite
Waraanni Israa’eel halkan edaa West Bank weeraruun lammiilee Falasxiin 15 ol kan hidhe tahuun beekame. Namoonni hidhaman hundi mana jireenyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Baddalleetti Hiriirri Deeggarsaa geggeeffame
Guyyaa har’aa godina Bunoo Baddallee Magaalaa Baddalleetti jiraattonni godinichaa iddoo gara garaa irraa walitti dhufan, murtiiwwan PDO(DH.D.U.O) kora sagalaffaa magaalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Korri Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Niiwuyoorkitti jalqabame
Kora Waligalaa 73ffaa UN kana irratti hoggantoonni addunyaa hirmaataa jiru. Kora har’a jalqabame kana irratti Prezdaantiin Ameerikaa Donaald Traamp fi…
Guutuu Dubbisi » -

Paartiileen Siyaasaa Oromoo shan haala yeroo irratti ibsa baasan
Paartiileen siyaasaa Oromoo shanan ibsa waliin baasan kana irratti, walitti bu’iinsa magaalaa Finfinnee fi Buraayyutti muudatee ture kan balaaleffatan yoo…
Guutuu Dubbisi » -

Poolisiin Dirree Dhawaa jeequmsa magaalattii keessatti ka’ee ture ilaalchisee qorannoo geggeessaa ture xumuruu beeksise
Walitti bu’iinsa magaalaa Dirree Dhawaa keessatti ji’a lama dura ka’ee tureen, namoonni 13 ajjeefamanii manneen 45 gubatuun ni yaadatama. Namoota…
Guutuu Dubbisi » -

Jeequmsa torbee darbe magaalaa Finfinnee keessatti muudateen namoonni 28 ajjeefamuu ibsame
Hogganaan Komishiinii poolisii magaalaa Finfinnee meejar jeneraal Deggifee Badii ibsa miidiyaaleef kenneen, walitti bu’iinsa namoota magaalaa keessatti alaabaa fannisaa turanii…
Guutuu Dubbisi »










