Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Ameerikaa fi deeggartoonni isii Suuriyaa keessatti haleellaa jalqaban
Ameerikaa, Briteenii fi Faransaay Suuriyaa keessatti ganama har’aa haleellaa jalqaban. Prezdaantiin Ameerikaa Donaald Traamp gamtaana waraana biyyoota sadanii Suuriyaa keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaa Cufiinsa Majlisa Sheekh Usmaan Durrii geggeeffame
Godina Harargee Bahaa Dirree Xiyyaaraatti kan argamu majlisa Sheekh Usmaan Durriitti seensa baatii Ramadaanaa sababeefatuun guyya hardhaa sagantaa cufiinsaa guddaa…
Guutuu Dubbisi » -

Sheikh Sulxaan Amaan fii Ustaaz Hasan Abbii lammiilee buqqifaman gargaaran
Miseensota Koree Furmaata barbaadduu Hawaasa Muslimaa kan tahan Sheekh Sulxaan Amaan fi Ustaaz Hasan Abbii, lammiilee Oromoo naannoo Soomalee irraa…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Suudaan hidhamtoota siyaasaa hunda hidhaarraa hiikuuf murteesse
Prezedaantiin Suudaan Umar Hasan Al-Bashiir hidhamtoonni siyaasaa hundi akka gadhiifaman ajaja kan dabarse tahuu ejensiin odeeyfannoo Suudaan gabaase. Mormii ummataatiin…
Guutuu Dubbisi » -

Filannoon mana marii magaalota Finfinnee fi Dirree Dhawaa bara dhufutti dabre
Paarlaamaan Itoophiyaa walgahii idilee guyyaa kaleessaa taa’een, filannoon mana maree magaalaa Finfinnee fi Dirre Dhawaa tti waggaa shanitti al tokko…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaabbanni Good Deeds Charity lammiilee Oromoo Mooyyalee irraa buqqifamaniif deeggarsa godhe.
Dhaabbanni gargaarsaa Good Deed Charity jedhamu deeggarsa hawaasa Oromoo kutaa Minnesootaa irraa walitti qabamee fi karaa toora interneetii Gofund me…
Guutuu Dubbisi » -

Shorarkaa Waraanni Makkalaakayaa Yunivarsiitii Haramaayaa keessatti raawwateen barattoonni heddu miidhaman
Waraannii makkalaakayaa halkan edaa doormii barattootaa cabsee seenuun barattoota heddu kan tumaan yoo tahu, ijoolleen heddu miidhaan cimaan kan irra…
Guutuu Dubbisi » -

Donaald Traamp dhimma Suuriyaa irratti Raashiyaa akeekkachiise
Prezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp toora Twiterii isaatiin “haleellaa keemikaalaa mootummaan Suuriyaa magaalaa Duumaa keessatti raawwateef deebisaa kennuuf qophiin xumuramee jira.…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa Xiyyaaraa Aljeeriyaa keessatti muudateen \namoonni 270 ol du’an.
Balaa xiyyaaraa ganama har’aa Aljeeriyaa buufata waraanaa magaalaa Aljeersiin alatti argamu keessatti muudateen, yoo xiqqaate namoonni 270 kan dhuman tahuu…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeera Itoophiyaa Dr.Abiy Ahmad gara magaalaa Amboo imale
Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad daawannaa hujii nannoolee keessatti jalqabe itti fufuun har’a magaalaa Amboo kan seene yoo tahu, prezdaantii…
Guutuu Dubbisi »










