Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Mormii Godinaalee Oromiyaa keessatti geggeeffamaa jiruun walqabatee namoonni 50 ol ajjeefamuu gabaafame
Ajjeechaa Artist Haacaaluu Hundeessaa irratti raawwatame hordofuun magaalota Oromiyaa heddu keessatti mormiin ka’e har’as kan itti fufe yoo tahu, tarkaanfii…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Itoophiyaa Obbo Jawaar Muhammad dabalatee namoonni 35 to’atamuu ibse
Komishiniin poolisii Federaalaa fi Naannoo Oromiyaa ibsa waloon miidiyaa biyya keessaatiifi kennaniin, Obbo Jawaar Muhammad dabalatee namoonni 35 to’anaa jala…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Adaamaatti Namoonni 5 ajjeefamuu gabaafame
Ajjeefamuu artist Haacaaluu Hundeessaa hordofuun godinaalee Oromiyaa hedduu keessatti mormiin hammatee jira, haaluma kanaan mormii magaalaa Adaamaatti geggeeffameen Namoonni 5…
Guutuu Dubbisi » -

Obbo Jawar Muhammad fi Obbo Baqqalaa Garbaa hidhamuu gabaafame
Miidiyaan OMN Waajjira Ameerikaa irraa akka gabaasetti, Obbo Jawaar Muhammad fi Obbo Baqalaa Garbaa dabalatee namoonni heddu Finfinnee Galma Jiddu…
Guutuu Dubbisi » -

Artist Haacaaluu Hundeessaa Ajjeefame
Artist Haacaaluu Hundeessaa galgala harraa magaalaa Finfinnee naannoo Galaaniitti rasaasaan dhahame kan ajjeefame tahuu gabaafame. Komishiiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee Komishnar…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATES June 29, 2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 157 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Wixata har’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Iiraan Prezdaant Donald Tramp akka qabamee seeratti dhihaatuuf Dhaabbata Poolisii Addnyaa gaafatte
Abbaan Alangaa Iiraan ajjeechaa January darbe Jeneraal Qaasim Suleeyamnii irratti raawwatame ilaalchisee himannaa kan bane yoo tahu, Prezdaant Donald Tramp…
Guutuu Dubbisi » -

Weerarri Vaayirasii Koroonaa haala kamiin sadarkaa ammaa kanarra gahe?
December 31,2019 Mootummaan Chaayinaa dhibeen hin beekamne Magaalaa Wuhaan jedhamtu Keessaatti muldhatu, Biiroo Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO) biyyaatti keessatti argamutti…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATES June 28, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 5,689 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Guutuu Addunyaa keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasii koroonaatiin qabamanii miiliyoona 10 dabre
Weerarri Vaayirasii koroonaa ji’a jaha dura Chaayinaa keessatti ka’e guutuu addunyaa keessa tatamsa’uun, hanga guyyaa har’aatti namoonni 10,105,629 vaayirasichaan qabamuu…
Guutuu Dubbisi »










