Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Guutuu Addunyaa keessatti lakkoofsi namoota Vayirasii koroonaatiin qabamuun mirkanaahee miiliyoona 3 fi kuma dhibba tokkoofi kuma torbaatama dabre
Guutuu Addunyaa keessatti lakkoofsi namoota Vayirasii koroonaatiin qabamuun mirkanaahee miiliyoona 3 fi kuma dhibba tokkoofi kuma torbaatama dabre. Lakkoofsi namoota…
Guutuu Dubbisi » -

Mariin mata duree “COVID-19, filannoo dheeressuu fi filannoo seeraa”jedhuun gaggeeffamaa jiraatuu ibsame
Filannoon bara kanaa sababa weerara COVID-19 kan hin geggeeffamne tahuu eega ibsamee booda, akkaataa heera biyyattiitiin xumura ji’a Hagayya dhufuu…
Guutuu Dubbisi » -

Indoneezhiyaa keessatti namoota 2,200 ol mallattoon dhibee Koroonaa eega irratti mul’atee booda kan du’an tahuu gabaafame
Naannolee Indoneezhiyaa 34 jidduu ragaalee Hospitaalota fi bulchiinsa naannolee 16 irraa argame irratti hundaayuun Rooyters akka gabaasetti, biyyattii keessatti namoonni…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Iraan biyyattii keessatti namoonni 700 ol Alkoolii dhuguun kan du’an tahuu beeksise
Gabaasni Mootummaan Iiraan baase akka mul’isutti, odeeyfannoo sobaa Alkooliin “Methanol”jedhamu dhibee Vayirasii koroonaa namarraa ittisa jedhu hordofuun, lammiileen biyyattii 728…
Guutuu Dubbisi » -

Gareen Finciltoota Kibba Yaman naannichatti bulchiinsa mataa isaa hundeessuu labse
Finciltoonni Kibba Yaman, kan Mana marii Ce’umsaa Naannawa Kibbaa (STC) jedhamuun beekamu, naannicha mootummaa jiddu galeessaa beekamtii idil addunyaa qabu…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) Afrikaa keessatti lakkoofsi namoota Vayirasii koroonaatiin qabamanii saffisaan dabalaa jiraatuu beeksise
WHO’n akka jedhetti, Ardi Afrikaa keessatti lakkoofsi namoota Vayirasiin koroonaa irratti argamuu gabaafame torbee tokkotti 43% akka dabaleefi, kunis weerarri…
Guutuu Dubbisi » -

Iraan Saatalaayitii tajaajila waraanaa kennitu gara Hawaa erguu beeksiste
Humni Eggumsa Warraaqsa Iraan kan IRG jedhamuun beekamu, Arba’aa har’aa Saatalaayitii tajaajila waraanaa kennitu milkiin gara Hawaatti erguu beeksise. Iraan…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dhawaa weerara Vaayirasii Koroonaa to’achuuf sochii bal’aa geggeessaa jiraatuu beeksise
Hoggantuun Biiroo Fayyaa Magaalaa Dirree Dhawaa Aadde Lamlam Bazzaabbih ibsa kenniteen, hanga ammaatti Dirree Dhawaa keessatti Vaayirasichi namoota 8 irratti…
Guutuu Dubbisi » -

Soomanni Maali?
Soomanni Maali? Sadarkaa soomanaa wajjiin Afaan Arabaatiin Soomana jechuun if qabuudha. Shari’aatti Nyaataa fii dhugaatii akkasumas waan soomana balleeysurraa…
Guutuu Dubbisi » -

Majlisni magaalaa Finfinnee, sirna awwaalchaa raawwatuuf namni 25 ol akka hin argamne beeksise
Qajeelfamoota labsii muddamaa mootummaan tatamsaa’a dhibee Koroonaa-vaayras ittisuuf baase jidduu, namni 4 ol dhimma kamiifuu walitti qabamuun dhorkamee jira. Dhimma…
Guutuu Dubbisi »









