Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Poolisiin Paakistaan Haakimoota hanqina uffata ittisa Vayirasiif gargaaru gaafachuu hiriira bahan hidhe
Paakistaan kutaa Quetta jedhamu keessatti, ogeeyyonni fayyaa uffanni Vayirasii Koroonaa ofirraa ittisuuf gargaaru haala gahaa ta’een nuuf hin dhihaanne, jechuun…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Keeniyaa Magaaloota 4tti guyyoota 21’f Sochii Imalaa uggure
Keeniyaatti lakkoofsi namoota dhibee Vaayirasii Koroonaan qabamanii 158 gahe jira, mootummaan tatamsaa’a dhibee kanaa to’achuuf tarkaanfii ciccimoo kan fudhatu jiru…
Guutuu Dubbisi » -

Itoophiyaatti Namni Vaayirasii Koroonaan qabame kan biraa tokko argamu Ministeerri Fayyaa beeksise
Namni guyyaa har’aa dhibee kanaan qabamuun mirkana’e dubartii umrii waggaa 65 namoota vaayrasichaan qabaman waliin tuttuqaa qabdu ta’uu Ministirri Ministeera…
Guutuu Dubbisi » -

Inistityuutiin Fayyaa Hawaasa Ityoophiyaa lakkoofsi namoota Vayirasiin Kooornaa irratti argame 43 gahuu beeksise
Inistityuutiin Fayyaa Hawaasa Ityoophiyaa Alhada har’aa baaseen, Ityoophiyaa keessatti Bitoteeysa 3/2012 namni jalqabaa Vayirasii Koroonaatiin qabame argamuu eega mirkanaahee booda,…
Guutuu Dubbisi » -

Majlisni Oromiyaa Koree deeggarsa harka qalleeyyiif walitti qabu hundeesse
Majlisni naannoo Oromiyaa, lakkoofsi namoota dhibee Koroonaa Vaayirasiin qabamanii biyyattiitti dabalaa jiraatuu hordofuun, sadarkaa Oromiyaatti koree deeggarsa harka qalleeyyiif walitti…
Guutuu Dubbisi » -

Biyyoota Ardii Afrikkaa weerara Dhibee COVID-19 faalamanii fi bilisa tahan
Weerarri dhibee Koroonaa Vaayiras biyyoota ardii Afrikkaa 50 kan seene yoo tahu, biyyoonni 4 immoo hanga guyyaa har’aa dhibee kana…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Siri Lankaa reefa namoota muslimaa gubuu isaatiin hawaasa muslimaa biyyattii dallansiisuu gabaafame
Mootummaan Siri Lankaa reeffa namoota muslimaa lama kanneen sababa dhibee Vayirasii Kooroonaatiin du’an, sirna awwaalcha Islaamaa dhoorkee gubuu (cremation) raawwachuu…
Guutuu Dubbisi » -

Ardii Afrikaa keessatti lakkoofsi namoota Vayirasii Koroonaatiin qabamanii saffisaan dabalaa jira
Masri namni Dhibee Vayirasii Koroonaa (COVID-19)’n qabame biyya isii keessatti argamuu, February 13/2020 gabaasuun biyya Afrikaa tan jalqabaa turte. Yeroo…
Guutuu Dubbisi » -

Majlisni Aanaa Dirree Salaatni Juma’aa fi Jama’aa masjidaatti akka hin geggeeffamne Murteesse
Godina Booranaa aanaa Dirree magaalaa Meeggaatti hoggantoonni majlisa aanichaa fi Koreen masjidoota guyyaa har’aa marii geggeessuun, April 2,2020 irraa kaase,…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Sa’uudii dhimma Hajjii baranaa irratti murtii irra waan hin gahiniif muslimoonni obsaan akka eeggatan gaafate
Utubaa Islaamaa shanan jidduu Hajjii raawwatuun tokko yoo tahu, nama Muslimaa hajjuu dandahu hunda irratti dirqama. Haaluma kanaan dirqama kana…
Guutuu Dubbisi »










