Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Itoophiyaatti Namni tokko Dhibee Vaayirasii Koronaan Shakkamee qorannoon taasifamaafi jira
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa, namni Chaayinaa irraa gurraandhala 15,2012 gara Ityoophiyaa dhufe tokko, dhibee Vaayirasii Koronaan shakkamee qorannoon godhamaafii jiraatuu beeksise.…
Guutuu Dubbisi » -

“‹”‹Gamtaan Biyyoota Islaamaa haleellaa Muslimoota Indiyaa irratti raawwatamaa jiru balaaleeffate
Haleellaa shoorarkeessitoonni amantaa Hinduu, humnoota nageenya Indiyaa waliin tahuun magaalaa guddoo Indiyaa New Delhiitti guyyoota shaniif, Muslimoota irratti raawwataniin lakkoofsi…
Guutuu Dubbisi » -

Xiyyaaronni Waraana Mootummaa Suuriyaa haleellaa raawwataniin loltoonni Turkiyaa 33 ajjeefamuu gabaafame
Waranni mootummaa Suuriyaa michuu isaa Raashiyaan deeggaramuun duula kutaa Idlib keessatti jalqabe itti fufuun, halkan kaleessaa haleellaa xiyyaaraan raawwataniin loltoonni…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa tamsa’ini dhibee Vayirasii Koroonaa Sadarkaa yaaddeessaa irra gahuu akeekkachiise
Daayrektarri Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dr. Tedroos Adihanom ibsa Khamiisa har’aa kenneen, biyyoonni Addunyaa tamsa’ina Vayirasicha ittisuudhaaf hatattamaan tarkaanfii cimaa yoo…
Guutuu Dubbisi » -

Sa’udiin Sodaa Dhibee Vayirasii Koronaa hordofuun Imala Sirna Umraaf garasitti taasiifamu yeroodhaaf dhaabuu beeksiste
Ministeerri Hajaa alaa Sa’udii ibsa har’a baaseen, sodaa saffisaan faca’aa dhufu dhibee Vayirasii Koronaa hordoofuun, imalli biyya kamiyyuu irraa sirna…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Arsii Aanaa Roobee magaalaa Roobeetti barattoota Muslimaa sababa Jilbaabaaf dararuun itti fufee jira
Manneen barnoota sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa magaalaa Roobeetti, torbaan dabre keessa barattoonni shamarranii “Jilbaaba uffattanii mana barumsaa seenuu hin dandeessan”…
Guutuu Dubbisi » -

Ityoophiyaan Marii dhimma hidha laga Abbaay irratti marsaa kana geggeessuuf karoorfame irratti kan hirmaanne tahuu beeksiste
Mariin hidha laga Abbaay ilaalchisee Ityoophiyaa, Masri fi Suudaan jiddutti jaarsummaa Ameerikaa fi Baankii Addunyaatiinn kanaan dura jalqabamee ture, marsaa…
Guutuu Dubbisi » -

Himatni namoota 63 kan sarbaminsa mirga namoommaa fi malaammaltummaan shakkamanii adda cituun ibsame
Abbaan alangaa waliigalaa Federaalaa ibsa har’a baaseen, himatni namoota 63 kan yakka malammaltummaa fi sarbaminsa mirga namoommaan shakkamanii dhimmi isaanii…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa Finxaaleeyyiin Amantaa Hinduu, Muslimoota irratti raawwataniin namoonni 7 ajjeefamanii, 150 ol immoo madaawan
Paarlamaan Indiyaa dhuma waggaa dabree irratti baqattoota biyyoota ollaa irraa gara Indiyaa seenaniif lammummaan akka kennamu seera hayyamu raggaasise. Seerri…
Guutuu Dubbisi » -

Prezidaantiin Masri Duraanii Husnii Mubaarek ganna 91 tti Du’e
Bara 1981 aangoo qabatee waggoota 30’f Prezidaantummaan kan Masri bulchaa ture, Husni Mubaarek waraaqsa bara 2011 biyyattii keessatti ka’een aangoo…
Guutuu Dubbisi »










