Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Itoophiyaan yeroo jalqabaaf Saatalaayitii kominikeeshiinii gara Hawaa ergite
Itoophiyaan Saatalaayitii kominikeeshiinii fi odeeyfannoo yeroo jalqabaatiif buufata Saatalaayitii Chaayinaa irraa guyyaa har’aa gara hawaa ergite. Saatalaayitiin kun ETRSS- 1…
Guutuu Dubbisi » -

Sa’uudiin liqaa doolara milliyoona dhibba tokko fi miiliyoona 40 Ityoophiyaa kennuuf waadaa galte
Jilli hogganaa Fandii Misoomaa Sa’uudii Dr. Khaalid Alkudeeriin durfamu Ityoophiyaa kan daaw’ataa jiru yoo tahu, har’aa muummicha ministeeraa Dr. Abiy…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeera Aljeeriyaa duraanii Prezdaantii tahuun muudame
Muummichi ministeera Aljeeriyaa duraanii Abdulmajiid Tebuunee filannoo torbee dabre geggeeffamee sagalee 58% argachuun kan filatame yoo tahu, Khamiisa har’aa Prezdaantii…
Guutuu Dubbisi » -

Kongirasiin Ameerikaa Adeemsa Doonald Traamp aangoo irraa buusuu sagalee Caalmaan dabarse
Manni marii kongirasii Ameerikaa adeemsa Prezdaant Traamp aangoo irraa buusuu irratti arba’aa har’aa sagalee keenne, haaluma kanaan miseensoonni mana marichaa…
Guutuu Dubbisi » -

Hoggantoonni Siyaasa Suudaan Kibbaa mootummaa gamtaa hundeessuuf kan walii galan tahuu beeksisan
Prezdaantiin Suudaan Kibbaa Salvaa Kiir Mayaard fi hogganaan riphxee loltootaa Riik Machaar kaleessaa magaalaa Jubaa keessatti walii galtee nageenyaa mallatteessanii…
Guutuu Dubbisi » -

Hoggantoonni biyyoota Islaamaa heddu marii Maleezhiyaan qopheessite irratti hirmaatuuf Kuwaalalaampur seenaa jiran
Kora hoggantoonni biyyoota Islaamaa 20 ol tahan irratti ni hirmaatu jedhamee eeggamu kana Prezdaantiin Maleezhiyaa Dr. Mahtiir Muhammad kan qopheesse…
Guutuu Dubbisi » -

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa dameewwan tajaajila baankii dhalarraa bilisa tahe kennan bane
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa tajaajila baankii dhala irraa bilisa tahe kennuuf, dameewwan lama magaalaa Finfinnee keessatti kan bane yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen Indiyaa seera lammummaa haarayatti bahe balaalefachuun mormii jalqaban itti fufanii jiru
Paarlaamaan Indiyaa torbee dabre baqattoota biyyoota ollaa irraa gara Indiyaa seenaniif lammummaan akka kennamu seera hayyamu kan raggaasise yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -

Qormaanni biyyoolessaa kutaa 10ffaa bara kana irraa jalqabee kan hin kennamne tahuu ibsame
Ejensiin Madaallii fi Qormaata Biyyoolessaa akka ibsetti, qormaanni sadarkaa biyyoolessaatti kanaan dura kutaa 10ffaatti kennamaa ture, bara kana irraa jalqabee…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantii Paakistaan kan duraanii Pervez Musharraf irratti adabbiin du’aa murtaahe
Manni murtii addaa Paakistaan Prezdaantii biyyattii duraanii kana, yakka biyya ganuutiin bakka inni hin jirretti adabbii du’aa irratti murteesse. Jeneraal…
Guutuu Dubbisi »










