Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Manni Murtii Federaalaa himannaa Prezdaantii naannoo Somaalee duraanii irratti baname ilaalchisee yaada mormii himatamaan dhiheeffate kuffise
Prezdaantiin Naannoo Somaalee duraanii obbo Abdii Muhammad Umar, himannaa yakkaa isarratti baname ilaalchisee yaada mormii har’a dhiheeffateen “naannicha haala gaariin…
Guutuu Dubbisi » -

Muumichi ministeera Lubnaan Sa’aad Haririi aangoo gadi lakkise
Lammiileen Lubnaan labsii gibira dabalataa mootummaan Appilikeeshiinota tajaajila wal qunnamtii kennan, kanneen akka whatsApp ilaalchisee baase mormuun, October 15/2019…
Guutuu Dubbisi » -

Mann Marii Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa dararaa lammiilee fi diiggaa masjiidota irratti raawwatamaa jiru balaaleffate
Mannii marii dhimmoota Islaamummaa Federaalaa har’a waaree boodaa haala yeroo irratti ibsa kan kenne yoo tahu, gubamuu fi diigggaa masjiidotaa…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Naannoo Tigraay ‘gaafii hawaasa Muslimaa hin deebisu’ jedhe
Naannoo Tigraayi magaalaa Aksuumitti sababa ‘magaalaattiin magaalaa kabajamtuu Ortodoksiti’ jedhuun hawaasni Muslimaa dararamaa jira. Muslimoonni Aksuum iddoo awwaalchaa dhabuufi Masjida…
Guutuu Dubbisi » -

Gamtaan Awrooppaa Briteen gamtichaa keessaa akka baatuuf yeroo kaahee ture dheeresse
Gamtaan Awrooppaa kanaan dura Briteen hamma October 30, 2019tti mirgaa fi faayidaa isii kabajsiifattee guututti gamticha keessaa akka baatu yeroo…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen Iraaq qaalayiinsa jireenyaa fi malaamaltummaa mootummaa biyyattii keessatti babal’ate balaalefachuun mormii torbee sadi duran jalqaban itti fufan
Lammiileen Iraaq malaamaltummaa mootummaa Iraaq keessatti bababal’ataa dhufeen wal qabatee, qaalayiinsa jireenyaa hammaataa dhufe furuuf mootummaan kutannoo hin qabu; akkasumas…
Guutuu Dubbisi » -

Ibiddi Masjida Murti-Guutoo kan magaalaa Dirree Dhawaatti qabsiifame dirmannaa Ummanni godheen to’annaa jala oolfamuu gabaafame
Ibiddi kun garee maqaa SAATANAW jechuun of gurmeessee magaalaatti keessa socho’uun kan qabsiifame tahuu odeeyfannoon ni addeessa. Namni naannawa san…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Masri Labsiin Yeroo Muddamaa ji’a sadiif kan itti fufu tahuu ibse
Prezdaantiin Masrii Abdulfattaah al Siisiin ‘fiinxaaleeyyii waliinin qabsootti jira’ jechuun baroota sadan dabran biyyattiitti labsii yeroo muddamaa labsuun ni yaadatama.…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Adaamaa keessatti namoota gurmaayanii lubbuu namaa fi qabeenya balleessan jidduu 68 too’annaa jala oolfamuu ibsame
Hiriira mormii godinaalee Oromiyaa keessatti guyyoota dabran geggeeffamaa ture hordofuun, gareewwan gurmaayan magaalota Oromiyaa heddu keessatti jeequmsa amantaa kaasuuf yaalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Masjiidni Adaamaa ganda 01 keessatti argamu gareewwan jibbaa Islamummaa leellisaniin diigame
Hiriira mormii godinaalee Oromiyaa keessatti guyyoota lamaan dabran geggeeffamaa ture hordofuun, gareewwan jibbaa Islaamummaa leellisan magaalota Oromiyaa heddu keessatti jeequmsa…
Guutuu Dubbisi »










