Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Manni Murtii Gamtaa Awrooppaa Hamaas galmee dhaabbata Shororkeessitootaa keessaa akka haqamu murteesse
Manni Murtii Gamtaa Awrooppaa dhaddacha Jum’aa dabre Luxemburg keessatti ooleen, garee bilisummaa Falasxiinii falmaa jiru, Hamaas galmee shororkeessitootaa keessaa akka…
Guutuu Dubbisi » -

Sa’uudii fi Emreets, finciltoonni Kibba Yaman fi mootummaan biyyattii marii nageenyaatti akka deebi’an waamicha godhan
Mootummaan Yaman kan Sa’uudiin deeggaramu finciltoota Huusiitiin Sana’aa keessaa eega ari’amee booda Adan keessa qubatee ture. Haata’u malee finciltoonni gama…
Guutuu Dubbisi » -

Donald Tramp marii nageenyaa hoggantoota Xaalibaan waliin karoorfatee ture haquu beeksise
Haleellaa dheengadda Afgaanistaan keessatti raawwatame, kan qondaala ol’aanaa waraana Ameerika dabalatee namoota 11 galaafate, gareen Xaalibaan itti gaafatamummaa fudhatuu isaa…
Guutuu Dubbisi » -

Iiraan sadarkaa gabbina Niwkilarii omishituu ol guddisuuf sochii jalqabuu beeksiste
Iiraan sadarkaa gabbina Niwkilarii isii ol guddisuudhaaf, omisha kuusaa qabdu warshaa hammayyaa (centrifuge) sadarkaa ol’aanaa qabutti kan dabarsite tahuu beeksiste.…
Guutuu Dubbisi » -

Yaamicha bulchinsa magaalaa Finfinnee hordofuun Manni Marii Dhimmoota Islaamaa magaalattii deeggarsa Birrii 5,250,000 godhe
Kantiibaan magaalaa Finfinnee Injinar Taakkalaa Uumaa, ummanni barattoota manneen barnoota mootummaa magaalaa Finfinneetti barataniif deeggarsa akka godhu gaafatee ture. Kana…
Guutuu Dubbisi » -

Baankiin Daldala Ityoophiyaa, damee addaa seera Shari’aa irratti hundaa’uun tajaajila dhala irraa walaba ta’e kennu bane
Dammeen addaa kun ‘Bilaal’ jedhamuun kan moggaafame yoo tahu, guyyaa har’aa magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Boolee Mikaa’ilitti eebbifamuu FBC gabaase.…
Guutuu Dubbisi » -

Gamtaan Afrikaa qoqqobbii Suudaan irra kaahee ture kaasuu beeksise
Manni marii nageenyaa Gamtaa Afrikaa june dabre ibsa baaseen, hoggantoonni waraana Suudaan aangoo humnaan qabatan hanga mootummaa ce’umsaa siviilotaan hogganamutti…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin Zimbaabwee kan duraanii Robert Mugabe du’uu gabaafame
Prezdaant Robert Mugabe biyyattiin Kolonii Briteen jalaa eega bilisa baatee booda waggaa dheeraaf Zimbaabwee kan hoggane yoo tahu, November, 2017…
Guutuu Dubbisi » -

Hombomboleettiin Bahamas rukute saffisaan gara Ameerikaa kan dhiyaataa jiru tahuu ibsame
Hobomboleettiin cimaan Haarikeen Dooriyaan jedhamee moggaafame biyyoota Kaaribiyaan kan rukute yoo tahu, keessumattuu Bahamas keessatti lubbuu namoota saddomaa ol kan…
Guutuu Dubbisi » -

Afrikaan Kibbaa Imbaasii fi Kaampaaniiwwanii daldalaa Naayijeeriyaa keessaa qabdu cufte
Afriikaa Kibbaa keessatti haleellaa fi saamichi lammiilee biyyoota biroo irratti xiyyeeffate kan itti fufe yoo tahu, lammiileen Naayijeriyaa qabeenya mootummaa…
Guutuu Dubbisi »










