Tana Quba Qabduu
Wantoota Ajaa’ibsiisoo tahan
-
Wantoota Ajaa’ibaa
Biyya hindii keessa aadaa ajaa’ibaa tokkotu jira. Gandoota baadiyaa heddu keessatti, intalti dubraa 1 yoo dhalattu, kabajaa isiitiif jecha muka…
Guutuu Dubbisi » -
Kaanaadaa
Addunyaa tanarra biyyoota 195 oltu jira. Biyyoonni hundi wantoota adda ittin tahaniifi, waan gulantaan dhuunfatanii ittiin beekaman qabu. Biyyoonni hundi…
Guutuu Dubbisi » -
Walitti qabamiinsa gurguddoo
Ilmi namaa sababaa garagaraatiif walitti qabama. Waggaa lama dura Magaalaa Finfinnee galma barkumetti namootni kumaatamaan laakkawaman walitti dhufuun ifxaara addaa…
Guutuu Dubbisi » -
Balaawwan Addunyaa Suukanneessan muraasa
Addunyaan tun balaa uumamaatiifi balaa namtolchees ofirraa qolachuuf tattaafii guddaa gooti. Keessumattuu biyyoonni guddatan, balaa biyya isaanii mudachuu dandayu hunda…
Guutuu Dubbisi » -
Biyyoota garagaraa keessatti hooggantoota arrabsuun adabbii akkamii qaba?
Hooggantoonni biyyaa kabajaa guddaa qabu. Ni sodaatamuus. Seerri mootummaatis bakka addaa isaaniif kenna. Eegumsi isaaniif godhamus kan addaati. Kun hundi…
Guutuu Dubbisi » -
Hammeenya maqaa qorannootiin ilma namaa irratti raawwatame
Bara 1920moota keessa dhukkubni tokko biyya Ameerikaa keessatti babal’atee ture. Dhukkubni kun fanxoodha. Fanxoon, dhukkuba karaa wal qunnamtii saalaatiin daddabruudha.…
Guutuu Dubbisi » -
Balaa uumamaa
Dachiin irra jiraannu tun balaa garagaraatiin marfamtuudha. Rabbiin (SW) qur’aana keessatti ummata garagaraa karaa garagaraatiin dachii tanarraa balleessuu isaa nuu…
Guutuu Dubbisi » -
Balaawwan xayyaaraa kan guutuu addunyaa rifachiisanirraa muraasa
Waggaa sadi dura 10 March 2019 xayyaarri itiyoophiyaa Being 737 Max 8 jedhamu lafaa ka’ee daqiiqaa 6 keessatti raadaara keessaa…
Guutuu Dubbisi » -
Adabbii Du’aa fi Ameerikaa
Addunyaan seera nam tolchee hedduun bulti. Seerota kanniin keessa tokko yakka hojjatamuuf adabbii garagaraa kennuudha. Adabbii kana keessaa inni tokko…
Guutuu Dubbisi » -
Onnee carraa jireenyaa yeroo lammataa argattee fi Bineensa dachii tanarratti Umriin isaa 190 guute
Intalti duutee qabrii jirti. Onneen isii ammo ammas ni dhahatti, ammas tajaajila dhiiga raabsuudhaa itti fuftee jirti. Duuba eega intalti…
Guutuu Dubbisi »