Browsing Category
Tana Quba Qabduu
Wantoota Ajaa’ibsiisoo tahan
Magaalaa Veenis
Magaalonni hundi waan ittiin beekkamanii fi kan magaalaa biraa irraa adda ittiin tahan qaban. Fakkeenyaaf Makkaa haa fudhannu.!-->…
Baankiiwwan Umrii Dheeraa qaban
Baankiin qaroomina ilma namaa keessatti qooda guddaa qaba. Daldaltoonni addunyaa jaarraawwan hedduuf Sirna kanatti fayyadamaa!-->…
- Advertisement -
Hoomaa Awwaannisaa
Waggoota muraasa asitti biyyi teenya rakkoo jabduu takka mudataa jirti. Weerara Hoomaa Awwaannisa Gammoojjii naannoo tigraay,!-->…
- Advertisement -
Afriikaa Kibbaa
Biyyoonni addunyaarra jiran aadaa fi duudhaa mataa isaanii qabu. Wantoota biyyoota biraa irraa adda isaan taasisus ni qabu.!-->…
- Advertisement -
Muduraalee qaqqaalii
Dachii tana keessa wantoota qaqqaalii heddutu jira. Gariin makiinaa, kaanis sa’aatii harkaa gatii haalaan qaalii taheen wayta!-->…
- Advertisement -
Iddoowwan Xayyaarri irra hin balaliine
Jaarraa tokko dura addunyaan tun akka har’aa hin turre. Haalli jiruufi jireenya ummataa, guddinni teknoolojiifi qarominni!-->…
- Advertisement -
Yaalii xiyyeeffannoo barattootaa dabaluudhaaf Chaayinaan godhaa jirtu
Baruumsi madda qaroominaati. Biyya jijjiiruu keessatti gumaatni inni qabu guddaadha. Nama barateetu waa adda baafatee beeka.!-->…
- Advertisement -
Biyyoota maqaa jijjiiratan
Ilmi namaa seera uumamaa dhiisee seera ofii baaseen eega of bulchuu jalqabee booda nageenyi addunyaa tanaa boorawaa dhufe.!-->…
- Advertisement -
Ulaagaa Bareedinaa
Ulaagaan bareedinni ittiin madaalamu seenaa addunyaa tanaa keessatti garaagarummaa qaba. Wanti waggoota 500 dura akka!-->…
- Advertisement -
Biyya Muslimoota hedduu fi aadaawwan islaamummaa faallessanis hedduu qabdu
Indooneezhiyaan biyya baay’ina lammiilee Muslimaatiin beekamtuudha. Ummata isiin qabdu keessaa dhibbentaan 90 ol muslimoota. Gama!-->…