header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

170: Janaabaa dhiqachuun dura yoo wuduu’adhe booda itti deebi’ee wuduu’achuu qabaa?

  • Home
  • Salaata
  • 170: Janaabaa dhiqachuun dura yoo wuduu’adhe booda itti deebi’ee wuduu’achuu qabaa?
Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Wuduun akkam ta’aa, osoo qaama jaanabdaa dhiqachuun duratti yoo dhiqadhee istinjaa godhadhe akkam? Eega qaama dhiqadhe ka’ee ni deebisaa istinjaa kiyya?

 

 

Deebisaa: Istinjaaf wudu’allee hin deebistu. Eega qaama dhiqattee geeffatte yoo duraan wudu’a geeffatte wudu’a keellee itti hin deebitu wudu’uni kee guutuudha.

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 165

Kanas dubbisi!

171: Taraawiha jiddutti haasayuun ni dhoorkamaa?
169: Dubartoonni mataa qullaa wuduu’atuu fi surree uffachuun ni tahaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

One Comment

  1. Qaama dhiqachuuf uffata ofirraa baase wudu’achuun ni dandahamaa?Qaama dhiqachuuf uffata ofirraa baaste osoo jirtuu qullaa wudu’achuun ni dandahamaa?

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button