Advertisements

179: Saffii salaataa irratti warra miilaan namaarraa dheessu maal godhutu namarra jira?

  • Home
  • Salaata
  • 179: Saffii salaataa irratti warra miilaan namaarraa dheessu maal godhutu namarra jira?
Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Saffii walitti hin qajeelfatan ummatni arabaa kunis ummanni hindiitis miila walitti hin butanii nama dhibanii haalli dilii kanaa eenyuun irratti argama diliin saffii kutuu kun?

 

 

Deebisaa: Yoo miila itti butte si jalaa butatan sirratti hin argamu diliin isaanumarra jirti. Ati haga dandeettun tattaffattee humaa sirra hin jiran.

 

Sheikh Alii Jimmaa

Advertisements
waan si dhibeef deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 24
Comments
Loading...