header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

245: Bismillaah yoo olqabanii jedhaniif yoo gad qabanii jedhan akkam?

  • Home
  • Ibaadaa
  • 245: Bismillaah yoo olqabanii jedhaniif yoo gad qabanii jedhan akkam?
Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Bismillaah yoo olqabanii jedhaniif yoo gad qabanii jedhan akkam?

 

 

Deebisaa: Lachuu ni jirti. Bismillaahii gad qabanii Alhamdulillaah rabbil aalamiiniin olqabuun ni jirti sunnaa Rasuula Rabbiiti ? bismillaah olfuudhanii qara’uulleen rakkoo hin qabu namni gariin yoo olfuudhee qara’ellee salaanni kee bade hin jennuun numa hayyamama jechu.

 

Sheikh Alii Jimmaa

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 123

Kanas dubbisi!

246: Hajjii fi niyyadhee umraa yoo raawwadhe akkami?
244: yoo salaatu saffii eeysa dhaabbadhaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button