header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

264: Umraa godheetiin guyyaa saddeetaffaa ka Zulhijjaa osoo mataa hin haaddatin Hajjitti dabree akkami?

  • Home
  • Hajjii
  • 264: Umraa godheetiin guyyaa saddeetaffaa ka Zulhijjaa osoo mataa hin haaddatin Hajjitti dabree akkami?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Umraa godheetiin guyyaa saddeetaffaa ka Zulhijjaa osoo mataa hin haaddatin Hajjitti dabree akkami?

 

 

Deebisaa: Yoo Hajjiin tanteetiif Umraan tantee qiraana taate sun rakkoo hin qabu. Ammallee guyyaa saddeetii eega isiin taatee mataan haaddatan silaafuu guyyaa 10 sanitti hin biqiluu guyyaa lama qofa keessatti, silaa rifeensa murachutu caalaa sirra ture. Ammoo akka ati Hajjii itti niyyatte hin beeyne gaafi akkatti siif deebisnu hin qabnu. Maaliif jennaa Hajjiin haala sadiin hidhatama. Hajjii ifraadaa hidhatte moo Hajjii qofa jechu, Hajjii qofaa hidhatte akka hin taane kunoo atuu Umraa keessa jira jette. Umraaan kun umraa tamattu’aati moo umraa qiraanaatii sirraa beekuu feena.

 

 

Sheik Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 72

Kanas dubbisi!

302: Hajjiif umriin daangaa godhame jiraa?
246: Hajjii fi niyyadhee umraa yoo raawwadhe akkami?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button