header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

302: Hajjiif umriin daangaa godhame jiraa?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Hajjiin amata afurtamaatii gaditti hin ta’uu nuun jedhanii akkam goonaa?

 

 

 

Deebisaa: Hajjiin guyyaa amata kudha shani gahan namatti wajjaba yoo horiin jiraate. Biyya ati keessa jirtu irraa yoo siif hin mijaawin biyya sitti aanutti tarkaanfadhuutii hajjii ufirraa buusi. Amriin hajjiidhaa dubbii jajjabduudhaa baldhinnaan gaafadhaa itti dhaqqabaa. Amrii arkaana islaamummaa shanaan keessatti, Rabbiin guddaan jajjabeessee dubbatee jira.

 

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 52

Kanas dubbisi!

314: Fira dhihoo malee, intalti Hajjii godhuun akkam
264: Umraa godheetiin guyyaa saddeetaffaa ka Zulhijjaa osoo mataa hin haaddatin Hajjitti dabree akkami?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button