Gaafii: Namni tokko jaartiii isaa ka haalalaa ka isiin dhiiga aadaa qabdu waliin rafe akkam?
Deebisaa: Akkuma Rabbiin dubartitti hin dhihaatinaa haga isiin qulqullooftutti jedhe qur’aanatti. Namni waan san dalagate nisfa dinaarii haa sadaqatuu jedhe. Jechuun haga doolaara shanii jechu. Kanallee ulamaan gariin waan lafa kaayantu jira. Toowbatee soomee Rabbitti haa deebi’uu warra jedhetu jira. Kanaafuu waan maasiyaatii Rabbitti toowbachuun isarra jiraa.
Sheikh Alii Jimmaa