header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

343: Walitti dhufeenyi dhiiraa fi haadha niitii isaa hanga yoomiiti?

  • Home
  • Dubartii
  • 343: Walitti dhufeenyi dhiiraa fi haadha niitii isaa hanga yoomiiti?
Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Namni tokko yoo intala takka fuudhe haati intala saniillee haadhuma isaati jedhamtii gaafa inni intala isii tana hiike hoo soddaatiin isaa sun maal taatii?

 

 

 

 

Deebisaa: Intala hiikee intalti jiraattee haati isaa haadhuma isaati. Maaliif jennaan inni deebi’ee soddaatii ufii san fuudhuun isaa haraama. Intala isii hiikee haadha isii fuudhuun isaa haraama. Kanaafuu haati niitii isaa haadhuma isaati. Niitiin isaa jiraattuu jiraachuu baattuu, walibiraa deemanuu walbiraa deemuu baatanuu yoo nama Rabbi sodaatu ta’e haadha isaa hadhummatti beekee jaalalaafii kabajaa dur walii qaban san godhuufii qabaa haadhuma isaatii jechuudha.

 

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 209

Kanas dubbisi!

346: Wayta dhiiga aadaa irra jirtu jaartii waliin rafuun hayyamamaa?
342: Namni haadha warraa hiikee, osoo iddaa hin dhumatin deeffachuu danda’aa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button