header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

373: Jaarsa kiyya achi buutee dhabe; Nikaahn kiyya akkam taha?

  • Home
  • Bultii
  • 373: Jaarsa kiyya achi buutee dhabe; Nikaahn kiyya akkam taha?
Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Jaarsi kiyya bahee achumaan hafe. Bakka inni jiru hin beeku. Eega dhabamee ji’a tokko caalee jira. Kanaafuu nikaan kiyya akkam taha?

Deebisaa: Jiini tokko yeroo gabaabaadha. Ammas obsumaan eeguu qabdi. Yoo yeroo dheeraaf (Waggaa 1-2) dhabame ammoo, mana murti shari’aatti iyyachuu qabdi. Dabalataan karaa miidiyaalee fi gaazexaatiin barbaaduun gaariidha. Yoo haala saniin barbaadamee dhabame qaadiidhaan nikaaha narraa buusi jechuunii mirga qabdi.

 

Sheikh Muhammad Haamiddiin

 

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 5
Views: 1170

Kanas dubbisi!

374: : Hiikkaa jechuun tuni mee akkam?
372: Nikaha malee worra bultii jaarate hukmiin shari’aa maal jetti?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button