header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

372: Nikaha malee worra bultii jaarate hukmiin shari’aa maal jetti?

  • Home
  • Bultii
  • 372: Nikaha malee worra bultii jaarate hukmiin shari’aa maal jetti?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: gurbaan tokkoo fi intalti takka yoon yeroo dheertuu wojjiin turani hukmii shari’aatiin odoo nikaha wol hin godhatin jaalala sheeyxaanaatiin akkasumatti ka if hin himin , namninis jarri kun jaarsaa jaartii isaan beeka jarri ammoo badii wojji dalaguu jiran wojjiinis turan ilmoos arkatan ummata akkanaa kana akkam godhan?

 

 

 

 

 

Deebisaa: hukmiin nama zinaan wojji jiraatuu haraam calla yoo jara kana tolchiinsaaf ka deemnu taate adda fageeysu yoo diqqaate baatii sadih ilmoon isaan jidduu argamte cuftinuu ilmaan diqaalaati abbaan hin yaamamtu ka yaamamtuun haadha bakka tana namni akeekkachuu qaba duuba kana boodaan toowbaa qulqullii eega toowbataniin boodatti fedhanii addaan hafanuu fedhanii adda addan yaa’anii heerumanuu, fedhanii wolitti deebi’uullee yoo fedhan baatii sadi iddaa lakkaawwattee toowbaa qulqullii toowbattee wonni wol heerumuu isaan dhoorku haarayatti hin jiru bakka tana jechu

 

Dr. Liwaa’ul Islaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 239

Kanas dubbisi!

373: Jaarsa kiyya achi buutee dhabe; Nikaahn kiyya akkam taha?
371: Dhiira tokko wonni fuudha isaa dura dhaabbatu jirtii?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button