header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

481: Namni Shii’aa bira dalagu akkamitti jiraachuu qaba?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Ani warra shi’aa bira dalaga maal godhuu qaba?

 

 

 

 

Deebisaa: Sharrii shi’aa irraa nagaya si haa baasuu haga dandeetteen daddafii biraa deemi. Hardha fa’a ummata Islaamaatiif akka malee aduwwii ta’anii jiranii irraa fagaachutu si barbaachisa. Ulamaan gariin ummata kuffaaraa bira dalagutu irra wayyaa jedhan shi’aa bira dalaguu irra. Salaata wayituu hin qabanii ibaadaa wayiituu hin qabanii kanaafuu irraa fagaadhu. Shi’aayyuu hin jedhaman isaan raafidaa jedhaman. Raafidaa jechuun didduu Islaamaa jechu ummata islaama dide jechuudha.

Sheik Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 3
Views: 284

Kanas dubbisi!

512: Aruuztotatti aannan tufuun yookaa itti facaasuun akkam?
480: Namni maatii keessaa dhiheenya Islaama tahe maatii isaa akkamitti waliin jiraata?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button