header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

489: Osoo umraa hin godhin hajjii godhuun akkami?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Umraa yoo hin godhin hajjiin hin ta’u jedhanii akkamii?

 

 

 

 

 

Deebisaa: Hajjiin ni ta’a. umraa takkaahuu osoo hin godhin hajjii qofa ufirraa godhuu ni dandeessa. garuu hajjiinillee umraanillee waajiba ta’uu beekuu qabna. Ka dandeesse dura godhi. Yoo ammoo Rabbi siif laafise caalaan ji’uma hajjii san keessa umraa kee godhadhuu, umraa daqiiquma soddoma afurtama keessatti fixattaa, hajjii  tantee ji’a Zulhijjaa ka guyyaan saddeeti hin gahin umraa kee fixattee hajjii kankee eeggachuu dandeessa waliin godhuun ni ta’a. garuu osoo umraa hin godhin namni hajji godhe rakkoo hin qabu hajjiin isaa maqbuula.

 

Sheik Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 168

Kanas dubbisi!

498: Xawaafni yoom godhama?
488: Hijaabaan hajjii godhuun akkamii?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button