header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

488: Hijaabaan hajjii godhuun akkamii?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Hijaabaan hajjii godhuun akkamii?

 

 

 

 

 

Deebisaa: Dubartiin cuftinuu hijaabumaan hajjii godhuu qaban. Akka dhiiraa uffata seera qabu uffachuun isaan irra hin jiru. Hijaabni isaanii uffatni hodhaa qabu waa hundinuu ni hayyamamaaf. Shittoo qofatu hin hayyamamneef jechu dubartoota.

 

Sheik Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 121

Kanas dubbisi!

490: Horiin ilmaan yatiimaatii badhaasa kenname hukmiin isaa maali?
487: Intala takka yoo namni dirqiidhaan haraama itti dalage akkami?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button