header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

505: Horii fayya dhabaa qalanii darbuun akkam?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii : horii fayyaa dhabe tokko yooniifin fayya dhabaa namni hin nyaatuu jechuu dhukkuba beeyne qallee yoo darbine akkam ?

 

 

 

 

Deebisaa: homaa hin qabu eega horiin kun dhukkuba fuudhee yoo nyaanne irraa dhukkuba fuuna jettee duuba ammoo akka hin rakkanne fayya dhabaa san halaalchitee waan namni hin nyaanne eega tahee woraabessaatu jiraa, sareetu jiraa ,homaa takkallee sirratti hin jiru gabricha rabbii.

 

Dr. Liwaa’ul Isalam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 2
Views: 429

Kanas dubbisi!

508: Zinaa booda nikahni hidhamu akkami? ilmoon yoo argamte hoo zinaan?
504: Dhiirti Rifeensa dheeressuun hayyamamaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button