header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

504: Dhiirti Rifeensa dheeressuun hayyamamaa?

Estimated reading time: < 1 min

 

 

Deebisaa: mataa dheereffachuun homa takkallee  hin qabu hukmii shari’aatti. odooniifi yahuudaa fi nasaaraa fi dhaaba akkanaatu godhataa hin tahin, hukmii shari’aatti waa qabaa moo homaa hin qabu jechuu beeki. dhiirti mataa dheereffachuun homaa hin qabu. Nabiin keenyallee ? mataan saanii hamma qaccee gurraa gaha, gaaf garii inumaahuu qaccee gurraa birallee ni kuta. homaa takkallee hin qabu. garuu immoo mataa kana wosanaa baaftee bifa biraa itti gootee callee itti hiitee takkaahuu karra itti gootee, takkaahuu naannoo akka dhalaatti fooyuun hukmii shari’aa keessatti dhalaa fakkaachuun haraami.

Dr. Liwaa’ul Isalam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 7
Views: 1109

Kanas dubbisi!

505: Horii fayya dhabaa qalanii darbuun akkam?
500: Dhiiga narra jiru yoo ittiin salaate maal godhuutu narra jira ?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button