header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

548: Namni imaltuu bahe yoo dandahee soome akkamitti ilaalama?

  • Home
  • Soomana
  • 548: Namni imaltuu bahe yoo dandahee soome akkamitti ilaalama?
Estimated reading time: < 1 min

Namni imala bahe, yoo soomanuun kan isa hin miine tahe soomanutu irra caalaaf. Keessattuu imalli yeroo ammaa haalaan mijaawaa tahuu irraa kan ka’e soomuun hedduu namatti hin ulfaatu. Kanaafuu dandeeynaan soomanii ajrii guutuu ji’a ramadaanaa keessa jiru argatutu irra caala. Namni Imaltuu irra jiru yoo haalli kan hin mijoofneef tahe garuu soomana furee, yeroo biroo qadaa deebisutu irra caala. Deebisaa guutuu sagalee irraa dhageeyfadhu.

Dr. Jeeylaan H/Khadiir

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 22

Kanas dubbisi!

549: Dubartiin dhiigni ji’aa akkuma irraa dhaabbateen osoo hin xahaarfatin soomana niyyatuu ni dandeettii?
547: Namni sababaa garagaraatiin ramadaana soomanuu hin dandeenne haala kamiin hiyyeessa nyaachisa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!
Back to top button