header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

549: Dubartiin dhiigni ji’aa akkuma irraa dhaabbateen osoo hin xahaarfatin soomana niyyatuu ni dandeettii?

  • Home
  • Soomana
  • 549: Dubartiin dhiigni ji’aa akkuma irraa dhaabbateen osoo hin xahaarfatin soomana niyyatuu ni dandeettii?
Estimated reading time: < 1 min

Dubartiin heeydii irra turte takka fajrii dura dhiigni irraa dhaabbatuu yoo mirkaneeffatte, soomana niyyatuu ni dandeetti. Soomana niyyatuuf Dhiigni dhaabatutu sharxiidha malee qaama dhiqachuun yookaan xahaarfachuun sharxii miti. Fajrii dura soomana niyyattee eega qabattee booda ammoo qaama isii dhiqattee salaatuu ni dandeetti. Dabalataanis dubartiin heeydii irra turte somana achi dura isii dabre yeroo biraa qadaa baasuu qabdi. Salaata garuu qadaa hin baastu. Deebisaa guutuu sagalee irraa dhageeyfadhu.

Dr. Jeeylaan H/Khadiir

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 48

Kanas dubbisi!

550: Namni soomni irratti wajjabu sooma osoo hin xumuratin yoo du’e maaltu godhamaaf?
548: Namni imaltuu bahe yoo dandahee soome akkamitti ilaalama?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!
Back to top button