header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

550: Namni soomni irratti wajjabu sooma osoo hin xumuratin yoo du’e maaltu godhamaaf?

  • Home
  • Soomana
  • 550: Namni soomni irratti wajjabu sooma osoo hin xumuratin yoo du’e maaltu godhamaaf?
Estimated reading time: < 1 min

Namni sababa dhukkubaatiin yookaan sababa umriitiin osoo soomana hin xumuratin du’e warri isaa irraa soomuudhaan qadaa irraa kafaluu qaban. Fakkeenyaaf, nama ilmaan 30 qaabu yoo tahe ilmaan isaa hundi guyyaa tokko soomuun irraa baasuu ni danda’u. Ulamaa’iin muraasni kan irraa soomamu nama soomni nazriidhaa (silatii) isarratti hafe malee, kan soomni ramadaanaa irra jiru garuu irraa nyaachisu qaba jedhan. Haata’u malee ulamaa’iin harki caalu maatiin isaa irraa soomuu qaban jechuu irratti walii galan. Deebisaa guutuu sagalee irraa dhageeyfadhu.

Dr. Jeeylaan H/Khadiir

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 42

Kanas dubbisi!

551. Ijoollee xixiqqoo akka soomaniif dirqisiisuun ni tahaa?
549: Dubartiin dhiigni ji’aa akkuma irraa dhaabbateen osoo hin xahaarfatin soomana niyyatuu ni dandeettii?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!
Back to top button