header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

551. Ijoollee xixiqqoo akka soomaniif dirqisiisuun ni tahaa?

Estimated reading time: < 1 min

Ijoolee xixiqqoo umriin isaanii hin gahin guyyaa walakkaa, yoo danda’an akkasumas yoo fedhii qabaatan ammoo guyyaa garii guutuu akka sooman jajjabeessuudhaan barsiisuun ni danda’ama. Haata’u malee ijoollee umriin isaanii hin gahin fedhii isaanii malee dirqisiisuun hin tahu. Deebisaa guutuu sagalee irraa dhageeyfadhu.

Dr. Jeeylaan H/Khadiir

 

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 105

Kanas dubbisi!

552: Dubartiin heydii yookaan dhiigni ji’aa itti jiru guyyaa somanaa nyaata dhiisuu ni qabdii?
550: Namni soomni irratti wajjabu sooma osoo hin xumuratin yoo du’e maaltu godhamaaf?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!
Back to top button