header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

635: Footoon Albama Keessa Jiru Salaata Namarraa Balleessaa?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Mana keessaa Albama footoo yoo qabaadhe, footoon albama keessa jiru kun salaata ni balleessaa?

 

 

Deebisaa: Hunda dura footoo Albama keessa kaayachuun ni taha moo hin tahu waan jedhu laaluun barbaachisaadha. Footoo haajaaf si barbaachisu kan akka Paaspoortii, Waragaa ragaa, hayyama hojii fi waan adda addaatiif waan si barbaachisu albama keessa kaayachuun rakkoo hin qabu. Kanaan ala footoo biroo albama keessa kaayachuu iraa fagaadhu. Garuu footoon albama keessa jiru salaata kee hin balleessu in shaa Allaah

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 662

Kanas dubbisi!

647: Haadhaa Abbaa Tajaajiluu fi Toltuu biroo irratti hirmaachuu keessaa kamtu irra caala?
627: Qabrii Dhiquun akkamitti laallama?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button