header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

689: Namni saayyidul istighfaar Qara’u isii qofaan Jannata ni seenaa?

Estimated reading time: < 1 min

 

Deebisaa: Nabiin Keenya-Salallaahu Aleeyhi Wasallam-Du’aa’ii adda addaa keessatti fadlii yookaan darajaa isiin qabdu ilaalchisuun suraa adda addaa nuuf himan. Du’aa’ii hoggaa ciisan jedhamtu, aayatul Khursii, Suubhaan-Istigfaar, waan hundinuu bikka qabdi. Hundinuu darajaa qabdi. Du’aa’ii istigfaara yookaan araarama ittiin kadhatan keessaa tan waan hunda if keessaa qabdu Sayyidul Istigfaar jedhamti.

 

Allaahumma Anta Rabbii, La Ilaaha Illaa Anta Khalaqtanii, Wa Ana Abduka, Wa Ana Alaa Ahdika Wa-Wa’adika Mastaxa’atu A’uuzu Bika Min Sharri Maa Sana’ta, Abuu’u Laka Bini’matika Alayya, Wa-Abuu’u Bizanbii, Fagfirlii, Fa Innahuu Layugfiruzzunuuba Illaa Anta”

 

tun du’aa’ii jabduudhaa sirritti qabadhaa yeroo hunda tikfadhaa. Osoo ibaada biroo hin qabaatin isiin tun qofti jannata nama hin galchitu.

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 1087

Kanas dubbisi!

694: Nashiidaan meeshaa muuziqaa qabu akkamitti laallama?
686: Daa’ima dhalattuu irraa rifeensa haaduun akkamitti ilaalama?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button