header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

71: Abbaa maqaan yaamuun ni dandayamaa?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Ani yeroo cufaa abbaa kiyya yoon yaamu maqaa isaatiin yaama, duuba abbaa maqaan yaamuun haraamii naan je’an.

 

Deebisaa: Namni yoo waa namni isa gaafate haraamitti jijjiiru kun Rabbii haa sodaatuu. Mataa ufiitiifuu waan haraamiif halaal addaan barachu. Abbaa ufii maqaan yaamuun wamaa hin qabu. Ammoo abbaa haadha je’anii yaamuun kabaja ammoo yoo maqaan yaamte wamaa hin qabu. Akkuma Haati teenyaa Aayishaan RA hogguu abbaa ishii irraa haasoftu Abuu bakri numa jetti abbaa kankoo hin jettu. Wamaa hin qabu.

 

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 143

Kanas dubbisi!

74: Haadha na guddiste moo ta na deessetu haqa narraa qaba?
68: Jaarsa Adaadaa tiyyaa harka fuudhuun naaf hayyamamaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button